Wikipedia omwiki https://om.wikipedia.org/wiki/Fuula_Dura MediaWiki 1.45.0-wmf.3 first-letter Media Special Talk User User talk Wikipedia Wikipedia talk File File talk MediaWiki MediaWiki talk Template Template talk Help Help talk Category Category talk TimedText TimedText talk Module Module talk Maashinoota sasalphoo 0 8480 44488 43494 2025-06-02T19:21:05Z Afaan oromoo guddisii 9872 44488 wikitext text/x-wiki [[File:Six_Mechanical_Powers.png|thumb|250x250px| Maashiniiwwan sasalphaa baratamoo ja'an]] '''Maashinnin ykn barbarmiyni''' meshaalee dalagaa sochii ykn makaanikaalaa salphisuuf saxaxameedha. '''Maashinii sasalphoo''':maashiniin salphaa meeshaa kallattii yookiin hammahumnaa jijjiiruuf fayyaduudha.Maashiniin humnasochooftuu qeenxee fayyadamuun ba’aa qeenxee irratti dalagaa dalaga.Rigatni akka hin jireetti yoo yaadame dalagaan ba’aa irratti dalagamee fi dalagaan humnasochooftuun dalagame wal qixa dha. Dalagaan Anissaa Makaanikiaalaa hamma anniisaa yeroo wanti tokko humna tokkoon fageenya tokko keessa socho’u dabarfamuu.'''Maashiniiwwan sasaalphoon''' bal’inaan itti fayyadaman kanneen akka golollee(wheel) fi uleesaa(axle), ribduu(pulley), balinsa habalakaa( inclined plane), cinkaara(screw), birdiida(wedge) fi fonqolcha(lever) kan dabalatudha. Maashiniiwwan salphaan humnoota isaan irratti hojjetamuu dandaʼan guddisuu ykn hirʼisuu kan dandaʼan taʼus, hojii waliigalaa raawwachuuf hamma hojii waliigalaa barbaachisu hin jijjiiru. === Faayidaa Maashinii === Mashiinootni meeshaalee dalagaa keenya saphisaanii fi faayidaalee kanneen akka: ➢ Hammamtaa humna hojiirra oolu guddisuu. (Humnaa baay’isaa ) . Fageenya humna hojiirra oole (ykn saffisa humni sun socho’u) irratti socho’e guddisuu. (Baay’isaa saffisa) . Kallattii humni itti hojjetame jijjiiruu ykn humna hojiirra oole bakka tokko irraa gara bakka biraatti dabarsuu. (Kallattii jijjiirraa) . Garuu, maashiniiwwan anniisaa baay'isuu hin danda'an. == Jechoota Maashinoota sasalphoo ibsuuf fayyaduu == 1.'''Humna Cicataa''' ('''Humna sochooftuu'''(Effort)) - Humna maashinii irratti qaama alaa irratti raawwatamuudha. 2.'''Humna Bu’aa''' ('''Ba’aa'''(Loard)) - humna maashiniindalageessuu dha. 3'''.Faayidaa Makaanikaalawaa''' (MA) - Faayidaan maashinii fayyadamuun argamu Faayidaa Makaanikaalaa (MA) faayidaan makaanikaalaa maashinicha fayyadamuun argamu reeshiyoo ba’aa fi humna sochooftuu dha. <math>MA=\frac{Ba'aa}{Humna sochooftuu}=\frac{L}{E}</math> 3.1. '''Faayidaa Makaanikaalawaa Dhugoo''' (AMA) ✓ Faayidaa Makaanikaalaa dhugoo-Faayidaa Makaanikaalaa maashinichi haala qabatamaa ta’eenkennu(rigatawajjin). <math>AMA=\frac{Ba'aa}{Humna sochooftuu}=\frac{L}{E}</math> 3.2 '''Faayidaa Makaanikaalawaa Yaaddoo''' (IMA) Faayidaa Makaanikaalaa maashinichi rigatni akka hinjirreetti yemmuu yaadamu kennuu dha <math>IMA=\frac{Ba'aa}{Humna sochooftuu}=\frac{L}{E}</math> 4. '''Reeshiyoo Aritii (VR)''' ✓Faayidaa makaanikaalaa yeroorigatnihin jirre ibsa. Faayidaa Makaanikaalaayaaddoo (IMA) jedhames ni waamama. Hiikkaan reeshiyoo ariitii maashinii kamiyyuu akka reeshiyoo fageenya humna sochooftuunadeemamee fi fageenya ba’aan adeemeetti kennama <math>VR=\frac{Fageenya Humna sochooftuu}{Fageenya Ba'aa}=\frac{SE}{SL}</math> 5'''.Dalagaa Ciicataa (Wi)'''- dalagaa humni sochooftuun maashinicha irratti dalaguu dha. Kunisbaay’ata humna sochooftuu (E) fi fageenya humna sochooftuun adeeme (SEiEW ES= ×) wajjin wal qixa dha <math>Wi=ExSE</math> 6.'''Dalagaa Bu’aa''' (Wo)- dalaga maashinichi ba’aa irratti dalaguu dha. Kunis baay’ata ba’aa (L) fi fageenya ba’aan adeeme (SL) wajjin wal qixa dha <math>Wo=LxSL</math> 7. '''Ga’umsa(η)''' Hiikkaan ga’umsa maashinii tokkoo reeshiyoo dalagaa bu’aa fi dalagaa ciicataa dha.Reeshiyoo kana (100%)n baay’isuun ga’umsa maashinichaa dhibbeentaan ibsuu dandeenya. <math>Ga'umsa=\frac{Dalagaa bu'aa}{Dalagaa ciccaata}=\frac{Wo}{Wi}x100% </math> Ykn <math>=\frac{Faayidaa Makaanikaala}{Reeshiyoo Ariitii}=\frac{MA}{VR}x100%</math> Yoo ga’umsii maashinii tokkoo dhibbantaa 100%Faayidaa maakaanikaalaa ykn reeshiyoo aritii dha AMA/VR = 1, Yeroo kanatti Annisaan qisaasa’uu hin jiruu.AMA = IMA= VR ✓ MA, VR fi birkii ykn yunitii hinqabuu ✓ Wo fi Wi juuliin (J) safarama ✓ Annisaan qisaasae = Wi – Wo ✓ Yoo L >E fi SE>SL ta’e maashinnichi humna baayisaa dha. ✓ Yoo L < E fi SE 1 ta’e maashinnichi humna baayisaa dha. ✓ Yoo MA & VR =1 ta’e maashinnichi kallatti jijjira. = Akaakuu Maashinoota Sasalphoo = Maashinoota sasalphoo jahaatu jiru. Isaaniis : 1. [[Diriiroo habalakaa|Balinsa Habalakaa]] 4. Fonqolcha (Lever ) 2. Birdiida (Wedge) 5. [[Ribduu]](pulley) 3. Cinkaara ykn biloonii (Screw ) 6. Golollee(wheel) fi uleesaa(axle) [[Category:Fiiziksii]] [[Category:Xin-seerummaamaa]] 3qxjlxqxmwe5n7bf3gkn7yshliqnrj2 Maashinii 0 9077 44489 43603 2025-06-02T19:21:49Z Afaan oromoo guddisii 9872 44489 wikitext text/x-wiki [[File:Gears_animation.gif|right|thumb| Ilkoo lama]] '''Maashiniin ykn meeshantaan ykn barbarmiyni''' meeshaa ykn sirna anniisaa fi mala fayyadamuun hojiiwwan ykn dalagaalee adda ta’an raawwachuuf qophaa’eedha. Akkaataa idileetti qaamolee adda addaa kanneen bu’aa barbaadamu galmaan ga’uuf waliin hojjetan irraa kan ijaarame dha. Maashiniiwwan gosoota jalqabaa lamatti ramadamuu danda’u: maashiniiwwan salphaa fi maashiniiwwan walxaxaa. Maashiniiwwan Salphaa: Maashiniiwwan salphaan meeshaalee makaanikaa bu’uuraa humnoota guddisuu ykn qajeelchuuf seera makaanikaa fayyadamaniidha. Isaanis ijaarsa bu’uuraa maashiniiwwan walxaxaa ta’aniidha. Fakkeenyonni  golollee(wheel) fi uleesaa(axle), ribduu(pulley), balinsa habalakaa( inclined plane), cinkaara ykn miccirtuu(screw), birdiida(wedge) fi fonqolcha(lever) dha. Maashiniiwwan Walxaxaa: Maashiniiwwan walxaxaa ta’an gurmaa'ina maashiniiwwan salphaa fi qaamolee biroo hojiiwwan caalaatti walxaxaa ta’an hojjechuuf waliin hojjetanidha. Maashiniiwwan kun yeroo baay’ee kutaalee socho’an hedduu, madda humnaa (kan akka motoraa ykn barbaraa), sirna to’annoo fi mala adda addaa of keessaa qabu. Fakkeenyonni maashiniiwwan walxaxaa konkolaataa, xiyyaara, kompiitara, roobootii fi meeshaalee warshaa kan dabalatudha. {| class="wikitable" |+Gosa maashinii fi qaamolee isaanii ! colspan="2" rowspan="1" | kutaa isaanii ! Maashiniiwwan |- | colspan="2" rowspan="1" | [[Maashinoota sasalphoo|Maashinii salphaa]] | golollee(wheel) fi uleesaa(axle), ribduu(pulley), balinsa habalakaa( inclined plane), cinkaara(screw), birdiida(wedge) fi fonqolcha(lever) |- | colspan="2" rowspan="1" | Kutaalee socho’an | Ulee, Baattuu, Sabbata (maashinii), deela, maxxansituu, Ilkoo (maashinii), furtuu, sansalata, ilkaan fi funcaa, funcaa naanneffamuu, funyoo, gaaskeetii,cedhedha , golollee, . |- | colspan="2" rowspan="1" | sa'a | Sa'aatii atoomikaa, [[ሰዓትሜትር|kiroonomeetira]], [[የተወዛዋዥ ሰዓት|sa'aatii socho'aa]], [[የኳርትዝ ሰዓት|sa'aatii koowartii]] |- | colspan="2" rowspan="1" | Gaazii dhidhiitaa fi paampii | [[የአርኪሜድ ብሎን|Archimedes screw]], [[የጄት ፐምፕ|paampii jeettii]], [[ውሃ አንሽ|paampii bishaanii]], [[ፐምፕ|paampii]], [[ቱያ ወናፍ|paampii vaakiyuumii]], [[ጠፈር ፐምፕ|paampii hawaa]] |- | colspan="1" rowspan="2" | Motora ho'aa | Motora gubaa alaa | [[የእንፋሎት ኢንጅን|Motora danfaa]], [[ስቲርሊንግ ኢንጅን|Motora Istirling]] |- | Motora gubaa keessoo | [[ተገልባጭ ኢንጅን|Reverse engine]], [[ጋዝ መዘውር|dabarsuu gaazii]] |- | colspan="2" rowspan="1" | Paampii ho’aa | Firijii, firijii teermooelektirikii, firijii irra deddeebi’amee hojjetamu |- | colspan="2" rowspan="1" | [[አያያዥ|Walqabsiisaa]] | Corrage, Cam, [[ፓውሲ-ሊፕኪን አያያዥ|Walqabsiisaa Paucy-Lipkin]] |- | colspan="2" rowspan="1" | [[ቱርሲና|Tursinaa]] | [[ጋዝ ቱርሲና|Tarbaayinii gaazii]], [[ጄት ኢንጂን|motora jeettii]], [[እንፋሎት ቱርሲና|tarbaayinii danfaa]], [[ውሃ ቱርሲና|tarbaayinii bishaanii]], [[ነፋስ ጄኔሬተር|jenereetarii qilleensaa]], [[ነፋስ ወፍጮ|qilleensaa]] |- | colspan="2" rowspan="1" | [[አየር ቅጠል|Baala qilleensaa]] | [[የመርከብ ሸራ|Doonii]], baallee, [[ረደር|geejjibaa]], [[የአውሮፕላን ክንፍ|baallee xiyyaaraa]], [[ገፊ|thruster]] |- | colspan="2" rowspan="1" | [[ኤሌክትሮንክ|Elektiroonii]] | [[ጠፈር ቱቦ|Tuubii]], [[ትራንዚዝተር|Tiraanzistara]], [[Daayoodii|Daayood]], [[ሬዚስተር|Resistara]], [[ካፓሲተር|Kapaasitara]], [[Indaakterii|Indaaktarii]], [[ሜምዚስተር|Memsistor]] |- | colspan="2" rowspan="1" | Osoo dubbannuu | Roobootii, [[ቬንዲንግ ማሽን|maashinii gurgurtaa]], [[ንፋስ ቱቦ|tuuboo qilleensaa]], [[መመዘኛ ማሽን|maashinii safartuu]], [[መበየኛ ማሽን|maashinii waldichaa]] |- |} bw75gjry4qyzhpggyzrd4jzunt00d9c Agooda 0 9679 44490 43805 2025-06-03T02:49:29Z Srborn 12472 44490 wikitext text/x-wiki [[File:Human_male_body_anatomy.jpg|thumb| Torsoo Namaa Dhiiraa]] [[File:Parts of Human Penis.jpg|thumb|Human Torsoo]] '''agoodan''' kutaa qaama namaa bakka harkaa-miilaa itti maxxananidha. NGaraa, [[Back (anatomy)|dugdaa]] fi garaa of keessatti qabata. [[Category:Anaatoomii]] rl2f40nnrj8xmbugq4pg3fawxa22p3l 44491 44490 2025-06-03T02:50:42Z Srborn 12472 44491 wikitext text/x-wiki [[File:Human_male_body_anatomy.jpg|thumb| Torsoo Namaa Dhiiraa]] [[File:Parts of Human Penis.jpg|thumb|Human Torsoo. Tg: Srborn]] '''agoodan''' kutaa qaama namaa bakka harkaa-miilaa itti maxxananidha. NGaraa, [[Back (anatomy)|dugdaa]] fi garaa of keessatti qabata. [[Category:Anaatoomii]] 35qdno5rk2rmu3acez5wkx22ah3wkaz 44492 44491 2025-06-03T03:01:24Z 2607:F140:6000:8072:39D7:590C:10F3:27 44492 wikitext text/x-wiki [[File:Human_male_body_anatomy.jpg|thumb| Torsoo Namaa Dhiiraa]] '''agoodan''' kutaa qaama namaa bakka harkaa-miilaa itti maxxananidha. NGaraa, [[Back (anatomy)|dugdaa]] fi garaa of keessatti qabata. [[Category:Anaatoomii]] 3xytlv44lf2bw0j4a6wj1j8brjojxl0 Xiindachee 0 9817 44493 2025-06-05T19:58:55Z Afaan oromoo guddisii 9872 Created by translating the page "[[:en:Special:Redirect/revision/1292452041|Geology]]" 44493 wikitext text/x-wiki [[File:Book-hawaii-vtorov-142.jpg|thumb| Dhangala’aa laavaa jabaa ta’e Hawaayitti]] '''Xiindacheen''' ykn '''Ji'ooloojii''' (jechoota Giriikii durii γῆ (gê) 'dachee' fi λoγία (-logía) 'qo'annoo, xiinxala' jechuun hiikaman irraa kan dhufe), damee [[Saayinsii|mirkanbeekii]] uumamaa kan waa'ee Dachee fi qaamolee '''xiinurjii''' biroo, '''kattaawwan''' isaan irraa ijaaraman, fi adeemsa yeroo keessatti ittiin jijjiiraman qoratuudha. Xiindacheen ammayyaa mirkanbeekiwwan dachee biroo hunda, kan akka '''xiinbishaan''' dabalatee, waliin hedduu walirra bu'a. Mirkanbeekii sirna Dachee fi mirkanbeekii '''bakkallee''' waliin walitti hidhata qaba. Xiindacheen caasaa Dachee kan gubbaa fi gajjallaa ishee jiru, fi adeemsota caasaa sana bocan ni ibsa. Ogeeyyiin xiindachee waa'ee seenaa uumama isaanii hubannoo argachuuf qabiyyee xiinalbuudaa kattaawwanii ni qoratu. Xiindacheen umrii wal-madaallii kattaawwan bakka tokkotti argamanii ni murteessa; xiinkeemistiriin dachee (damee xiindachee) immoo umrii isaanii isa sirrii (absolute) ni murteessa. Ogeeyyiin xiindachee meeshaalee adda addaa kanneen akka xiinkattaa (petrological), xiinbaalcii (crystallographic), fi dhakkalxii (paleontological) walitti fiduun, seenaa xiindachee Dachee guutummaatti galmeessuu danda’u. Gama kanaan gochi inni guddaan tokko umrii Dachee agarsiisuudha. Xiindacheen ragaa waa'ee sochii algata jaardachee  (plate tectonics), seenaa jijjiirama tirannaa jireenyaa, fi qilleensa baramaa Dachee kan darbee ni dhiyeessa. Ogeeyyiin xiindachee bal'inaan amalootaa fi adeemsota Dachee fi bakkalleewwan lafa fakkaatan kan biroo ni qoratu. Ogeeyyiin xiindachee caasaa fi jijjiirama tirannaa Dachee hubachuuf malawwan adda addaa bal'inaan fayyadamu, kunis '''aloola''', ibsa kattaawwanii, teeknikoota xiinnafoo dachee (geophysical), xiinxala keemikaalaa, yaaliiwwan '''nafoo''', fi '''akkayyeessuu''' lakkoofsaa ni dabalata. Gama hojii qabatamaatiin, xiindacheen sakatta'uu fi itti fayyadamuu albuudaa fi haayidirookaarboonii, qabeenya bishaanii madaaluuf, '''gaddaafawwan''' uumamaa hubachuuf, rakkoolee naannoo sirreessuuf, fi waa'ee jijjiirama qilleensa baramaa darbee hubannoo kennuuf barbaachisaadha. Xiindacheen damee barnoota olaanaa isa guddaadha, akkasumas '''qibaatummaa''' xiindacheetiif handhuura yoo ta'u, '''qibaatummaa''' jii'ooteeknikaala (geotechnical engineering) keessattis gahee guddaa qaba. == Meeshaa ji’ooloojii == [[File:Or_Venezuela.jpg|thumb| [[Warqee]] dhalootaan [[Venezu’eelaa|Veenzuweelaa]] irraa argame]] [[File:Quartz,_Tibet.jpg|thumb| [[Dhagaa Cicala|Kuwaarzii]] Tibeet irraa . Kuwaarziin ulfaatina lafaa keessaa %10 ol ta'a.]] Daataan ji'ooloojii harki caalaan isaa qorannoo meeshaalee lafa jajjaboo irraa argama. Meetiyooraayitoonni fi meeshaaleen uumamaa lafaan ala jiran biroos mala ji’ooloojiitiin qoratamu. === Albuuda === [[Category:Ji'ooloojii]] a8zo5yj4de5w9qc0pzcfdpidffvkaa0