Wikipedia omwiki https://om.wikipedia.org/wiki/Fuula_Dura MediaWiki 1.45.0-wmf.5 first-letter Media Special Talk User User talk Wikipedia Wikipedia talk File File talk MediaWiki MediaWiki talk Template Template talk Help Help talk Category Category talk TimedText TimedText talk Module Module talk Chaarlii Chaappiliin 0 4901 44587 41451 2025-06-16T16:02:55Z JayCubby 12497 ([[c:GR|GR]]) [[File:Charlie Chaplin portrait.jpg]] → [[File:Charlie Chaplin portrait Getty 1739411952.jpg]] quality 44587 wikitext text/x-wiki {{Saayintistii‎| | Maqaa = Chaarlii Chaappiliin | File = [[File:Charlie Chaplin portrait Getty 1739411952.jpg|210px]] | Ogummaa = | Biyya = [[Ingilaandi]] | Guyyaa dhalootaa = 16 Ebla 1889 | Bakka dhalootaa = | Guyyaa du'aa = 25 Mudde 1977 | Bakka du'aa = }} '''Chaarlii Chaappiliin''' ([[Afaan Ingiliish|Afaan Ingiliish]]: ''Charlie Chaplin''; A.L.A 16 Ebla 1889 – 25 Mudde 1977) taatoo, komediyaanii, fi hojjataa fiilmii lammii [[Ingilaandi]] kan bara fiilmin sagalee hin qabne keessa beekkamtii guddaa argatedha. Chaappiliin eenyumaa fiilmirratti tabatuu kan "za tiraampi" jedhamuun addunyaa mara keessatii baayyee beekkamaa ta'e, seena industirii fiilmii keessattis akka nama addaatti ilaallama. Chaappiliin ogummaa kana keessa waggaa 75 ol ture, kunis ijoollummaa isaa kan bara Viiktooriyaa keessatii kaasee hanga umurii 88 du'aan boqotutti ture. Hojiinsaa dinqisiifannaa baayyee kan argate yoo ta'u wantoota mormisiisa ta'anis of keessaa qaba. [[Category:Ummata]] k1hdfzc7c1tevjmf9g4dodag8puw404