Wikipedia
omwiki
https://om.wikipedia.org/wiki/Fuula_Dura
MediaWiki 1.46.0-wmf.23
first-letter
Media
Special
Talk
User
User talk
Wikipedia
Wikipedia talk
File
File talk
MediaWiki
MediaWiki talk
Template
Template talk
Help
Help talk
Category
Category talk
TimedText
TimedText talk
Module
Module talk
Event
Event talk
Goonni Gosa Dhaala
0
6123
45617
33557
2026-04-13T10:01:37Z
~2026-22625-36
13909
45617
wikitext
text/x-wiki
'''Goonni Gosa Dhaala''' Kitaaba kuusaa seenaa, Walaloo fi taateewwan qabsoo [[Oromoo]] irratti hundaayee barreeffame yommuu tahu, irra caalaatti dhimmoota Atileetota Oromoo irratti xiyyeeffata. Maxxansi dura 01/01/2017 biyya '''Saudi Arabia''' Magaalaa Riyaaditti maxxanfamee, 07/04/2017 bakka '''Alfariyaan''', galma Almajdii jedhamutti, qeerroofi qarree (hawaasa Oromoo) biyya Saudi Arabiyaa jiraataniin bakka barreessichi jirutti eebbifamee jira. Kunis Kitaaba qabsoo Oromoo yeroo jalqabaatif barreeffame tahuun adda isa godha. Barreessaa '''Kadiir Abdullaxiif Hajjii''' tin barraaye. Seenaa guutuu dubbisuuf → [https://play.google.com/store/apps/details?id=com.rissa.bookstore Bokkuu Media]
bxi0w03u2cmbxrxpeke38py4mqnrfxp