Wikipedia
omwiki
https://om.wikipedia.org/wiki/Fuula_Dura
MediaWiki 1.46.0-wmf.24
first-letter
Media
Special
Talk
User
User talk
Wikipedia
Wikipedia talk
File
File talk
MediaWiki
MediaWiki talk
Template
Template talk
Help
Help talk
Category
Category talk
TimedText
TimedText talk
Module
Module talk
Event
Event talk
Harargee Dhihaa
0
3754
45627
45035
2026-04-18T04:38:49Z
InternetArchiveBot
8356
Rescuing 1 sources and tagging 0 as dead.) #IABot (v2.0.9.5
45627
wikitext
text/x-wiki
Harargeen dhihaa kibbaan [[Laga Shabalee]] kan godina [[Baalee]] irraa gargar baasuun, kibba-dhihaan godina [[Arsii]]n, kaaba-dhihaan [[naannoo Affaar]], kaabaan [[naannoo Sumaalee]], bahaan godina [[Harargee Bahaa]]tiin daangeffamtee argamti. Bakki dheerina guddae qabu godina kanaaa [[Gaara Muktaar]]. Magaalan guddittii godina kanaa magaalaa[[Ciroo|Ciroo fi baddeessa dha]] , [[Baddeessaa]],[[Hirna]],[[Galamsoo]], [[Machaaraa]] fi [[Mi'eessoo]] dha.
[[Abbaa Taayitaa Istaatistiksii Itoophiyaa]] (Central Statistical Authority) akka gabaasa [[Abbaa Taayitaa Bunaa fi Shayii Itoophiyaa]] irratti hundaa'e akka ibsetti bunni toonii 8,364.00 ta'u bara dhumaa 1997 E.C. (2005 G.C.) irratti akka Harargee dhihaati biqile ibseera. Kun immoo baasii [[Oromiyaa]] keessaa dhibbantaa 7.27% yoo ta'u, baasii biyya ([[Itoophiyaa]]) keessaa immoo dhibbantaa 3.7% ta'a.<ref group="Abbaa Taayitaa Istaatistiksii Itoophiyaa (Central Statistical Authority) ">[https://web.archive.org/web/20070813054932/http://www.csa.gov.et/text_files/2005_national_statistics.htm CSA 2005 National Statistics], [[Abbaa Taayitaa Istaatistiksii Itoophiyaa]] (Central Statistical/ Authority)</ref>
== Gabaasa ==
Gabaasa [[Abbaa Taayitaa Istaatistiksii Itoophiyaa]] irraa bara 1997 E.C. (2005 G.C.) akka ibsutti, godinni kun tilmaamaan baay'ina ummataa 1,787,086, yoo qabaatu kan kessa 915,138 dhiraa yoo ta'an kan hafan yokan immo 871,948 immo dubraa dha. Bayyina ummata oliitii ibsame keessa dhibbantaan 9.6% yookaan namni 171,598 baadiyyaa ala jiraatu. Ballina lafa tilmaamaan 17,552.23 km<sup>2</sup> ta'u keessatti "density" (rukkina) ummata Harargee dhihaa tilmaamaan 101.82 people per square kilometer ta'a.<ref>CSA 2005 National Statistics, Tables B.3 and B.4</ref>
Akka [[Baankii Addunyaa]] memorandamii Caamsaa 24, 2004 G.C. akka ibsutti, Parsentiin 9% jirattotta Harargee Dhihaa elektiriikii ni fayyadamu, akkasumas "density" karaa konkolaataa godina kanaa 23.6 kilometers per 1000 square kilometers yoo ta'u (kunis yoo kilometer 30 biyya wajjin yoo walitti madalaan) <ref>"[http://www-wds.worldbank.org/external/default/main?pagePK=64193027&piPK=64187937&theSitePK=523679&menuPK=64187510&searchMenuPK=64187283&theSitePK=523679&entityID=000112742_20030530104124&searchMenuPK=64187283&theSitePK=523679 Ethiopia - Second Road Sector Development Program Project]", p.3 (World Bank Project Appraisal Document, published 19 May 2003)</ref>, akkasumas avregiin abba mana badiyya tokko hektara lafa 0.5 (kunis hektara lafa biyya 1.01 fi hektara lafa Oromia 1.14 wajjin yoo walitti madalamu<ref>Comparative national and regional figures comes from another World Bank publication,
[https://web.archive.org/web/20070310150244/http://econ.worldbank.org/external/default/main?ImgPagePK=64202990&entityID=000094946_03032704080562&menuPK=64168175&pagePK=64210502&theSitePK=477938&piPK=64210520 Klaus Deininger et al. "Tenure Security and Land Related Investment", WP-2991] (accessed 23 March 2006).</ref>, akkasumas avregiin abba mana baddiya tokko mataan horii mana hanga 0.6 qaba. Persentiin 16.4% ummatta, namotta qonaa malee jiratan yoo ta'an, kunis yoo kan biyya persenti 25% fi kan [[Oromiyaa]] 24% wajjin yoo walitti madalan. Ijoollee barachuu danda'an kessa persentiin 55% mana barumsa sadarka tokkoffati galma'ani argamu, akkasumas persentiin 8% mana barumsaa sadarkaa lammaffaatti galmaa'anii argamu. Dhibbantaan 92% godina kanaa busaa [[malaria]]f banaa kan jiran yoo ta'an, tokkoleen [[Tsetse fly]]iif banaa miti. Memorandamiin zonii kana risqii qilleensa gogga (drought) qabachun qabxii 372 kenaf.<ref>[http://siteresources.worldbank.org/INTETHIOPIA/Resources/PREM/FourEthiopiasrev6.7.5.May24.pdf World Bank, ''Four Ethiopias: A Regional Characterization''] (accessed 23 March 2006).</ref>
Bulchaan ummata [[Oromiyaa]] guyya 25 Caamsa 2006 G.C. akka ifaa godhetti hojji bishaan dhugaatii ta'u baasuu 429 ta'u dhumachutti akka jiru fi hojii bira geggefamu jiran wajjin yoo walitti qaban, bishaan dhugaatii ta'u jiraattota hanga 72,300 ta'anif kan ba'u yoo ta'u, kunis persenti 37% hanga 47%f tajaajila bishaanii kenna.<ref>[https://web.archive.org/web/20070927040527/http://www.oromiagov.org/newsdetail.asp?NewsID=164 Close to 430 potable water projects go operational in West Harerghe zone(WIC)] (Oromia State Government website, accessed 6 October 2006)</ref>
== Wabii ==
<div class="references-small"><references/></div>
{{Oromiyaa}}
{{Aanolee Harargee Dhihaa}}[[Category:Godinaalee Oromiyaa|Hararghe Dhiha]]
[[Category:Harargee]]
necpm1o19iqcyy7zp5xgw55xcu5o7nb
Waraana Raashiyaa fi Yuukireen
0
9937
45628
45620
2026-04-18T04:53:22Z
InternetArchiveBot
8356
Rescuing 1 sources and tagging 0 as dead.) #IABot (v2.0.9.5
45628
wikitext
text/x-wiki
'''Waraana Raashiyaa fi Yuukireen''' (afaan Yuukireeniin '''російсько-українська війна''', afaan Raashiyaatiin '''российско-украинская война''') - innis waraana Awurooppaa Bahaa keessatti bara Puutiin fi Yukireen gidduutti [[Raashiyaa]] fi [[Yuukireen]] gidduutti raawwatame, kan Fulbaana 2014 [[Puutiinism|Raashiyaan bara Puutiin]] Kiriimiyaa fudhachuudhaan jalqabee fi waraanni baha Yukireen keessatti Ebla 12, 2014 eegale ture. Fulbaana 24, 2022 weerarri guutuun jalqabame, kunis sadarkaa sadaffaa waraana kanaati <ref>[https://www.dazeddigital.com/politics/article/39206/1/a-ukrainian-prisoner-of-war-reflects-on-the-photo-that-saved-her-life Irina Dovgan tells of public abuse at hands of pro-Moscow separatists]</ref> <ref>[https://archive.khpg.org/en/1409602098A Ukrainian prisoner of war reflects on the photo that saved her life]</ref> <ref>[https://www.nytimes.com/2014/09/01/world/europe/ukrainian-woman-irina-dovgan-held-up-to-public-abuse-is-released.html Ukrainian Woman, Held Up to Public Abuse, Is Released]</ref>.
[[File:2022 Russian invasion of Ukraine.svg|thumb|270px|kaartaa]]
[[File:War damages in Mariupol, 12 March 2022 (01).jpg|thumb|270px|Haleellaa xiyyaaraa Raashiyaan booda daandii Mariupol keessatti argamu]]
[[File:Refugee civilians in Mariupol.jpg|thumb|270px|Namoonni nagaa Yukireen dhukaasa Raashiyaan jalaa dhokachaa jiru]]
Waraanni kun yakka jumlaa dhala namaa irratti waraana Raashiyaatiin raawwatamuun kan beekamu yoo ta’u, biyyoota hedduu keessatti duguuggaa sanyii lammiilee Yukireen irratti raawwatamuun beekamtii argateera. Garuu hunda caalaa Raashiyaan mataan ishee dhiittaa mirga namoomaa bu’uuraa dhaabbilee mootummaatiin rakkachaa jirti, daa’imman Puutiin qeeqanii fi waraana Yukireen waliin godhamu morman illee hidhamuu dabalatee <ref>[http://www.kyivpost.com/content/kyiv-post-plus/kremlin-backed-fighters-confession-of-killing-prisoners-might-become-evidence-of-war-crimes-audio-385532.html Russian fighter's confession of killing prisoners might become evidence of war crimes (AUDIO)] {{Webarchive|url=https://web.archive.org/web/20150410001701/http://www.kyivpost.com/content/kyiv-post-plus/kremlin-backed-fighters-confession-of-killing-prisoners-might-become-evidence-of-war-crimes-audio-385532.html |date=10 квітня 2015 }} // ''[[Kyiv Post]]'', April 6, 2015</ref> <ref>[https://www.nytimes.com/2025/11/28/world/europe/zelensky-yermak-resigns-ukraine-corruption-scandal.html Zelensky’s Top Aide Resigns Amid Widening Corruption Scandal]</ref><ref>[https://web.archive.org/web/20200422065851/https://memohrc.org/ru
Главная | Правозащитный центр «Мемориал»]</ref><ref>[https://am.wikipedia.org/wiki/%E1%8C%8D%E1%89%A5%E1%88%A8_%E1%88%B0%E1%8B%B6%E1%88%9B%E1%8B%8A%E1%8A%90%E1%89%B5 Кригер Михаил Александрович]</ref><ref>[https://web.archive.org/web/20191230223924/https://www.base.memo.ru/ Жертвы политического террора в СССР]</ref> <ref>[https://web.archive.org/web/20260208102227/https://stalin.memo.ru/ Сталинские расстрельные списки]</ref> <ref>[https://web.archive.org/web/20260207203528/https://www.memo.ru/ru-ru/memorial/departments/intermemorial/news/690
Верховный Суд утвердил решение о ликвидации Международного Мемориала]</ref> <ref>[https://www.nobelprize.org/prizes/peace/2022/memorial/facts/ Memorial – Facts – 2022]</ref> <ref>[https://khpg.org/en/1608811573 The KHPG receives half of Memorial’s Nobel, and will give the money to the victims of Russia’s invasion of Ukraine]</ref> <ref>[https://ccl.org.ua/en/news/the-center-for-civil-liberties-won-the-nobel-peace-prize/ The Center for Civil Liberties won the Nobel Peace Prize]</ref> <ref>[https://www.ica.org/acknowledgement-peace-nobel-prize-international-memorial/ Acknowledgement Peace Nobel Prize: International Memorial]</ref> <ref>[https://t4pua.org/en/1294 Peace, memory, freedom: Nobel Lecture by Memorial]</ref>.
Gareen hogganaa mormitoota dimokiraasii Raashiyaa Aleeksii Naavalniin durfamu sababoota fi maalummaa waraana kanaa irratti qorannoo bal’aa fi bal’aa maxxanseera. YouTube irratti bilisaan ni argama <ref>[https://navalny.com/p/6579/ Патриот за деньги. «Русский мир» в обмен на Эмираты]</ref>.
== Kiriimiyaa ofitti makuudhaan ==
[[File:2014-03-09 - Perevalne military base - 0162.JPG|thumb|220px|kaartaa]]
[[File:Crimea-War-Map-2022.png|thumb|220px|kaartaa]]
Fulbaana 20, 2014 loltoonni Raashiyaa gamoo bulchiinsaa hedduu qabatanii, Kiriimiyaa to’achuun, baatii Sadaasaa keessa rifarandamii seeraan alaa gaggeessee Raashiyaatti dabalaniiru.
== Waraara Donbass ==
[[File:Igor Ivanovich Strelkov Yekaterinburg4.JPG|thumb|220px|Igor Girkin, kan waraana baha Yukireen keessatti jalqabe]]
[[File:Alexander Borodai.jpg|thumb|220px|Alexander Borodai, yakkamaa waraanaa fi miseensa paarlaamaa Raashiyaa]]
[[File:Milchakov.png|thumb|220px|Alexey Milchakov, hogganaa waraanaa Raashiyaa neo-Nazi fi nama nama nyaatu]]
Amajjii bara 2014 tajaajilli addaa Raashiyaa magaalota Yukireen hunda keessatti mormii Raashiyaa deggeru qopheessee, "Birraa Raashiyaa" jedhamuun moggaafame, Yukireen balleessuuf waamicha dhiyeesse.
Ebla 12, 2014 waraanni Raashiyaa magaalaa guddoo Yukireen qabachuuf kaayyeffatee baha Yukireen weerare. Ajaja Igor Girkin jalatti magaalaan Sloviansk booji'amte.
Ebla 13 Yukireen weerara kana dhaabuuf hojii farra shororkeessummaa jalqabuu ishee beeksiste.
Ololli Raashiyaa, gargaarsa miidiyaa fi sinimaa Puutiin to’ataniin, hirmaannaa loltoonni Raashiyaa waraana kana keessatti qaban callisee, akka “waraana sivilii” Raashiyaatti dhiheessee, waa’ee “daa’ima fannifame” soba kalaqe.
== Weerara guutuu ta’e ==
[[File:Shopping center in Kyiv (Podilskyi District) after shelling on 20 March 2022 (02).jpg|thumb|220px|Raashiyaan Kiiv irratti haleellaa kumaatamaan lakkaa'amu raawwatteetti]]
[[File:Destructions in Kherson after Russian attack, 2024-02-02 (31).jpg|thumb|220px|Gamoowwan mana jireenyaa Kherson keessa jiran kan waraana Raashiyaan boombii itti darbatame]]
[[File:Russian bombing of a school in Kramatorsk, July 21, 2022.jpg|thumb|220px|Manni barumsaa Kramatorsk keessatti argamu waraana Raashiyaan barbadaa'e]]
Fulbaana 24, 2022, bara 2021 irraa eegalee daangaa Yukireen irratti loltoonni hedduun walitti qabamuu isaanii hordofuun, Raashiyaan weerara eegalte.
== Wabiiwwanii ==
9mn9qd3yyw2b1whg1l5fucnamd0lsv7