Wikipedia omwiki https://om.wikipedia.org/wiki/Fuula_Dura MediaWiki 1.46.0-wmf.24 first-letter Media Special Talk User User talk Wikipedia Wikipedia talk File File talk MediaWiki MediaWiki talk Template Template talk Help Help talk Category Category talk TimedText TimedText talk Module Module talk Event Event talk User talk:Filember alemu 3 7784 45642 45537 2026-04-28T22:15:17Z ~2026-95110-0 13643 /* Walaloo */ new section 45642 wikitext text/x-wiki walaloon maali? jecha maal jedhurraa dhufe? == Dhalootaf == @[[User:Filember alemu|Filember alemu]] [[Special:Contributions/&#126;2026-95110-0|&#126;2026-95110-0]] ([[User talk:&#126;2026-95110-0|talk]]) 03:24, 12 Guraandhala 2026 (UTC) == Filembar filannoo jiraadhu == [[Special:Contributions/&#126;2026-95110-0|&#126;2026-95110-0]] ([[User talk:&#126;2026-95110-0|talk]]) 03:31, 12 Guraandhala 2026 (UTC) == Walaloo == Jechoota gaggaarii [[Special:Contributions/&#126;2026-95110-0|&#126;2026-95110-0]] ([[User talk:&#126;2026-95110-0|talk]]) 22:15, 28 Caamsaa 2026 (UTC) 8vhouac55zbdji4fvr84cwkjs6pr8s5 45643 45642 2026-04-28T22:21:02Z ~2026-95110-0 13643 /* Filembar filannoo jiraadhu */Filembar Alemu/Fileembar Alamuu eenyu? 45643 wikitext text/x-wiki walaloon maali? jecha maal jedhurraa dhufe? == Dhalootaf == @[[User:Filember alemu|Filember alemu]] [[Special:Contributions/&#126;2026-95110-0|&#126;2026-95110-0]] ([[User talk:&#126;2026-95110-0|talk]]) 03:24, 12 Guraandhala 2026 (UTC) == Filembar filannoo jiraadhu == SEENAA DHUUNFAA > “Yoo ati ofitti amanamummaa qabaatte, rakkoo fuuldura kee jiru kamiyyuu ni injifatta.” Maqaan Koo Fileembar Alamuu Gamteessaan jedhama.Kanan dhaladhe,naannoo Oromiyaa, godina Iluu Abbaa Booraa,Aanaa Hurrumuu,Ganda Innataarootti, bakka xiqqoo Kayim jedhamtutti,abbaa koo Obbo Alamuu Gamteessaa fi harmee koo Aadde Niwaayee Wadaajoo irraa,muddee gaafa 28/1995 kaasee addunyaa har'a kanaan wal baree. Akkuma beekamuu biyyi keenyaa akkasumas sabni keenyaa fi maatiin keenya aadaa isaa,qooqa isaa akkasumas lafti isaallee osoo hin hafin alagaan ykn saba biraan dhaalamuun yookiin aadaa saba biraatti jijjiiramuu isaa ni beekamaa. Kana jechuun koo,harmeen koo maqaa koo jalqabaa Afaan Amaaraatiin "Kidaanuu"jettee , naaf baastee. Kana jechuunis naan jettee harmeen kiyyaa"xumura keenyaa,kan daa'ima horachuu irratti dhiisne ykn dhaabne, qadaada keenya" jechuudha jettee naaf hiiktii. Egaa,Maatiin koo ana dabalatee dhiira 3 fi dubara 2 qabu. An garuu isaan keessaa, Isa gadameessa harmee kiyyaa yeroo dhumaa jiraateedha. Kana jechuun koo maatii koof mucaa dhumaa fi isa quxisuu jechuu koodha. Akkuma beekamuu daa'imni maatiin isaa baadiyyaa ta'e ykn qote-bulaa ta'e,abjuu fi hawwiin isaa horii tiksuu akkasumas hojii qotiisaa qofa ilaala waan guddatuuf, hawwiin isaas akkasuma tahuu shakki hin qabuu. "Ulee xiqqoo darbatu" jedhama mitiiree. An maatii kootiif mucaa dhumaa tahuun koo,jireenya qananummaatti guddadhe osoo hin taane,obboloonni koo hundi isaanii baruumsaaf jecha maatii kiyyatti dalagaa adda addaa gatanii barnootaaf ganamaaf galgala yeroo hundumaa deemu waan taheef,anis akka daa'ima dhumaa qananiin guddadhe mitii. Roobaa,dhoqqee,qorra osoo hin jedhin loonii fi bushaa'ee tiksuun maatii koo gargaaruun eegalee. Akkasumaan osoon jiruu, hiriyootni koo yeroo jarri mana barnootaa deemanii fi galan argee, qalbiin kiyya barnoota barachuu na hawwee. Maatii kootiin galee yeroon ”m/baruumsaa na seensisaa” jedhuun,“sa'aa kee miilatti hidhattee deemtaa”nan jedhanii natti qoosuu turanii. Garuu, yeroo sanatti mana baruumsaa galuu ha dhiisu malee,ogguu obbolonni koo hojii–manaa isaanii hojjetan jala taa'een waan jarri barreessan kitaaba isaanirraa suuraa ilaaluun jaalladhaa, maqaa kiyyas akkan barreessuu 'na barsiisaa" jechuun obboloota koo gaafadha. Yeroo maqaa koo naaf barreessaniis irra deddeebi'in barreessee akkan qubee sirreeffadhu na gorsuu. Qubee barreessuun alattis yeroo baay'ee suuraa kitaaba isaanirraa ilaale waraqaa irratti fakkeessuun,kaasuu yaaluun jalladhan turee. Garuu mana baruumsaa akkan hin seenne maatii koo sababa loon isaanii tiksuuf na dheekkamuu turee. Osuman kanaan jiruu, umuriin kiyyas umurii baruumsa jalqabuurraa darbee gara ganna 8 ta'eeraa. Barnoota dheebochuu koo irraan kan ka'e,wayita fulbaanni ga'u maatii koof sirriitti hin hojjedhun turee. Guyyaa tokkoo bara 2004 A.L.I,baatii fulbaanaa keessa,Guyyaan isa wixataa ganama bariin manaa ka'ee akkuma amala koo loon bakka dheedichaatti bobbaasee. Ergan bobbaasee deebi'ee ciree nyaadhee. Guyyaadhuma kana maatii kiyya dhokadhee akkan mana baruumsaa deemu murteessee. Obboleessa koo yookiin lammii koo kan ta'ee wajjiin gara Mana Baruumsaa sadarkaa 1ffaa Tulluu Saayii jedhamtu deemee kutaa 1 galmaa'e. Anis keessi koo ykn fedhiin koo barnootaaf olaanaa waan ta'eef, m/baruumsaa Tulluu saayii kanatti 'Addunyaa-barnootaa' jedhamtu keessa seene. Akkuma ijoollummaa kootti sababni inni ijoon mana baruumsaa seeneef keessaa, ijoollee akka taphatan argee anis taphan jaalladhuurraan kan ka'e, mana baruumsaa seenee na hawwisiisaa ture. Garuu,booda gama barnootaan fedhii cimaa qabaachuudhaan ifatti adda-ba’a dhufe. Gariin ijoollee taphachuun gammachuu ha argataniyyuu malee,ani immoo barreeffama barreessuu ,fakkii kaasuu itti fufee akkasumas dubbisuu irratti qalbiin koo na hidhamuu eegalee. Akkasumas barsiisota na barsiisan addatti ajaa'ibsiifachuu jalqabee. Baay'een barsiisota koos akkan barnootaaf fedhii addaa qabaadhuu fi jaalladhu,na kakaasuu turanii. Anis boodarra,utuun akka isaanii tahee jechuun eegalee, namaaf akka barsiisota koo kana utuun gorsa akkas mi'u laadhe jechuun baay'een dinqisiichuus jalqabee. Barnoota koo kanas haala gaarii fi fedhii addaan hordofaa,dhuma ji'a waxabajjiittis osoo hin gammadin fixee hin beektuu. Akkuma gorsi maatii fi barsiisota kootii qalbii na cabse,anis hangan beeku hiryootni koo akka isan abdii qabanitti gammaddanii fi dandeetti dhokataa keessa namaa jiru sana baasanii fayyadamanitti gorsaa turee. Haaluma kanaan barnoota sadarkaa 1ffaa kiyya, achuma mana baruumsaa sad.1ffaa Tulluu-Saayii jedhamtu kanaatti,xumuruuf foormiin yeroo guutamuuf ga'utti, manni baruumsaa kun "barataan barbaade maqaa isaa jijjirrachu danda'a" nuun jedhee carraa nuuf kennee. Anis maqaa Afaan Amaariffaan naaf bahee ture sana gara "Fileembar" jedhutti jijjiirradhee. Fileembar kanan jedheef sababa fi hiika mataa isaa ballaa qabaa. Fileembar jechuun gabaabumatti filannoo(choose/C/) isa jedhamuudhaa. Choose qubee (C) kan jalqabu ta'ee, qubee B fi D gidduutti argamaa. Innis Birth to Death isa jedhu gidduuttidha. Namni kamiyyuu dhaloota isaatii kaasee hanga du'u gidduu, filannoo isaa jiraataa. Waaqayyos filannoo namni sun filate irratti gargaaraa. Egaa gabaabumatti akkaatan fi hiikaan maqaa kana argadhee erga akkana ta'uusa sinitti himee. Kanumaan maqaa koo kan dura turerraa ,asirraa kaasee jijjiichee danda'ee. Bara 2011A.L.I qormaata naannoo(ministirii kutaa 8ffaa) fudhadhe. Qorumsa kanas firii gaarii fi qabxii darbiinsaa galmeessee, barnoota sadarkaa 1ffaa xumuree. Bara 2012A.L.I,immoo barnoota sadarkaa 2ffaa eegaluuf gara magaalaa soonxaa jedhamtutti imalee. Magaalaa kanattis kan argamtu mana baruumsaa sadarkaa 2ffaa Soonxaa jedhamtu kan bara 2006 hundeeffamteedhaa. Anis mana obboleetti kootii ta'ee,mana baruumsaa kanatti akkan baradhu taassisanii. Sababni maatiin mana obboleetti kootii ta'ee akkan baradhu godhaniif "yoo mana kiraa siif fuune yookiin mana baruumsaa fageenyarra jiru yoo deemte barnoota kee akka ati sirnaan hordoftu nanmni si hordofu waan hin jirreef,mana obboleetti keetii tahi baradhu" naan jedhanii. Egaa obboleetti koo kunis,angafa keenya hundaa kan magalaa kanatti bultii ijaarratteedhaa. Isheenis abba warra ishee waliin tahuun bakka haadhaa fi abbaa naaf bu'uun akkan barnoota kootti cimee dubbisuuf haala tokko tokko naaf mijeessuu eegalanii. Akkasumas bakka dubbisaa yookiin qu'annaa keetii naan jedhanii kutaa tokko qofaatti naaf baasanii. Egaa barnootni sadarkaa lammaffaa kunis cimaa fi hunduu afaan Ingiliffaatin kan baratamu tahus,haalaa gaariin hordofaa barnoota kiyyan cimaa ta'ee itti fufuu danda'eera. Baruumsa koo kanas samisteera tokkoffaa qabxii gaarii fi gammachuun xumuree,boqonnaa torban lamaaf yookiin samisteeraf gara maatii kootiitti deebi'ee. Ha tahu malee , baruma kana barnoota samisteera lammaffaa utuu hin eegalin dhibeen akka addunyaatti yaaddessaa ture sun yookiin COVID-19 jedhamu dhagahamuu eegalee. Kanumaa irraa ka'uun sirni baruuf barsiisuu akka guutummaa biyyattiitti addaan cituu danda'aree. Sababuma kanan barnoonni koo kutaa 9ffaa kan samisteera lammaffaa akka addan na duraa citeeraa. Anis boqonnaa yeroo barnoonni addan cite kana keessa, harka maradhee hin teenyee. Sababa baruumsi kun addaan citeef,maatii koo faana hojii qonnaa hojjechuu fi galgala galgala immoo ogummaa fakkii kaasuu koo isa yeroo ijoollummaa kooti jalqabee ture sana,akkasumas ogummaa walaloo barreessuu akkan shaakalu of taassisseeraa. Walaloo koo kananis gorsaa fi abdii qabanitti namoonni akka gammadanirratti fuulleffachuun hedduu karaa toora Facebook dhuunfaa kootiin barreessaa tureeraa. Kunis yaadni fi jajjabinni hiryoota koo fi namoota, walaloo akkan jaalladhu na taassisseeraa. Ha tahu malee,Waggaa isaatti yeroo dhibeen kun hafuun danda'etti yookiin badetti,ministeerri barnootaa,barataan kamiyyuu akka kutaa itti aanutti darbee akka baratu jechuun ajaja baasee tureeraa. Anis kanuma irraa ka'uun kutaa 10ffaa seenee barachuu jalqabee. Baruumsa koo kanattis haala gaariin itti fufee,kutannoo fi fedhii guutuun hordofee,akkuma an mana baruumsaa sadarkaa 1ffaa ture sanatti,dhuma ji'a waxabajjiitti gammaduu danda'eeraa. Bara 2014A.L.I ministeerri barnootaa ajaja ykn labsii "barattoonni qorumsa kutaa 12ffaa fudhatan akka Yuuniversiitiitti keessatti fudhatanu" jedhu taassisee. Kunis erga ta'ee booda,baruma kanas barattoonni akka biyyattiitti 3.3% qofti qorumsa darbuun,maatii barattootaa fi barattoottaatti gaddaa fi yaaddoo guddaa uumee. Akkasumas sirni baruuf barsiisuu dhaloota dudduuba giidoo buusee. Egaa akka mana baruumsaa keenyaattis baruma kanaa,barataan tokkoyyuu kan hin darbine turee. Ha tahu malee kufaatiin barataa kun,akka biyyatti tahuun isaa beekamaadhaa. Sababuma kufaatii kanaan,ministeerri barnootaa barattoota qabxiin isaanii gara qabxii darbiinsaatti siqatu, "sagantaa fooyya'isaa/Remedial" jedhu baase. Kana jechuun isaas,barattooni kunniin ji'a ja'af mooraa yookiin yuuniversiitii keessatti,akka barnoota kutaa 9 hanga 12 jiru,irra deebin baratanii qoraman ajaja baasuun,taassisee. Yeroo wanti kun ta'es an barataa kutaa 11ffaan turee. Ha tahu malee manni baruumsa ani itti baradhu kun hanqinoota baay'ee qabachuu ishee,sababa kufaatii barattoota ishee tahuun,sababa isa guddaa akka tahe beekamaadhaa. Hanqinaaleen kunis muraasni isaanis,rakkoo akka biyya fi rakkoo akka dhuunfaa isheetti qabduudhaa:- Hanqinaalee akka dhuunfaatti muraasnii:-Rakkoo mana kitaaba(library) dhabu, kitaaba ga'aa dhabuu, barsiisota ga'aa dhabuu,kutaa yaalii(laboratory)dhabuu fi kkf dha. Akkasumas rakkoo akka biyyatti jiru inni ijoon neetwoorkiin guutummaa guututti dhabamuu isaadhaa. Hanqinaaleen kunniinis rakkoo isheen mul'inatti qabdu isa muraasa tahuun isaa beekamaadha. Sababuma hanqina isheetin hiryoonni koo tokko tokko sanyii ykn mana baruumsaa magaalaa gurguddaatti barachuuf na biraa deemanii. Kanas tahu,sana,an barnoota koo sadarkaa 2ffaa,manuma baruumsa soonxaa jedhamu kanatti akkan xumuruuf maatii fi obboleettin koo walii galaniiruu. Anis hamma humnaa fi dandeetti kootti qorumsaa 12ffaa qoramuuf qophii eegale. Jajjabinaa fi deeggarsa maatii akkasumas barsiisota na barsiisaniin argadheen,dubbisuu fi qorumsa barattootaa nu fuuldura turanii hojjechuu koo itti fufee. Guyyaan isaa yeroo ga'etti,bara 2015 A.L.I akka biiroon barnootaa baasetti barattoonni aanaa keenya "yuuniversiitii Jimmaa deemanii akka qormaata qoraman" jedhee ajaja baasee. Kanumarraa ka'uun gara Yuuniversiitii kanaa deemnee,torban tokkof qormaata kutaa 12ffaa kana fudhannee xumurree. Firiin qormaata kutaa 12ffaa bara kanas akka dadhabbii fi tattaaffii kootii osoo hin taane,faallaa isaa akkan kallattiin hin milkoofne taheeraa. Bara kanas yeroo lammataaf,akka biyyatti madaatti madaa dabalee. Kunis parsantiin 3.2% qofti akka darbetu beekamaa. Ha tahu malee akkuma ministeerri barnootaa baasetti,sagantaa fooyya'isaa kan jedhu sana,qabxiin koo na galchuu danda'eeraa. Kunis erga na gammachiisee booda,bakka yookiin placement yuuniversiitii Mattuu jedhamtu,Godinuma keenyatti kan argamtuu na qaqqabee. Anis bara 2016A.L I barnootaa Remedial Yuuniversiitii kanatti itti fufee. Barnoota koo kanas,kutannoo fi cichoominaan ergaan hordofee,hawwii koo yeroo dheeraa yuuniversiitii seenu ture sana gargaarsa waaqaatin milkeessuu danda'eeraa. Kunis waggaa tokkoof duubattii hafus milkaa'inni koo kun dhufee,kufaatii koo irraa akkan baradhu na taassisseeraa. Anis bara 2017 A.L.I barataa wagga tokkoffaa yookiin freshman tahe barnoota koo yuuniversiitii Mattuu kanatti,ciminaa fi kutannoon akkasumas osoon faashinaa fi life of university isa jedhamu hin hordofin barnoota koo itti fufee. Dur maatii koo fi namoonni baay'een"dooktor" jedhanii na waamuu turanii. Dooktora hojii isaa wallaalus,akeeka namoonni natti siqan naaf raaganiin yookiin naaf qabaniin akkan waa'ee dooktora qoradhee baru na taassisanii turanii. Akkasumas hiikoo fi hojii dooktora ergan barees,dooktora tahuu akkan barbaadu hawwii koo isa guddaa tahee itti fufee. Anis harmee koo mana yaalaa yeroo geessee turetti hojii doctoraa fi ogeessota fayyaa argees,caalatti akkan fayyaa barachuu qabu na kakaasee. Sababni ka'umsa kootis xinnummaa koo irra kaasee nama dadhabee fi nama abdii kutate, waanan danda'u fi beekuun gargaaruu baay'ee jaalladha turee. Anis kanummarra ka'uun,sana booda maal tahuu barbaadda yeroo naan jedhanitti"Dooktora"jedheen deebisaafii turee. Ha tahu malee akka Yuuniversiitii Mattuutti Damee Fayyaa keessaa"medicine yookiin doctor" kan jedhamu waan hin jirreef, hawwii kana milkeessuu hin dandeenyee. Tahus,yuuniversiitiin kun baruma kana samisteera 2ffaatti,barattoota damee fayyaa warra barachuuf fedhii qabanii,hunduma barataa waan taheef,qabxii fi dandeetti barataan dorgomsiisee(damee Saayinsii Fayyaa(Health Sciences) samisteera 2ffaatti kanatti kennuu eegalee. Ha tahu malee,akka hawwii koo isa ijoollummaa,medicine dhabamus,waaqayyo na gargaaree damee fayyaa kana keessaa argadhee,akkan baradhuuf carraan na qaqqabee. Garuu damee fayyaa yuuniversiitichi qabu keessaa kanan barachuuf fedhii qabu inni olaanaan pharmacy turee. Pharmacy bara sanaa nama 40 qofa barbaadaa. Barattoonni qaxaleen yuuniversiiticha hedduun ni filatu jedhee sababan sodaadheef dhiisee Medical laboratory filadhee. Department kunis barattoota 30 qofa barbaadaa. Dameen kunis turtii guyyaa 2 booda na ga'ee. Garuu sababa qabxiin koAnis barnoota damee fayyaa(Health Sciences) kanas,haala gaariin hordofuu eegalee jiraa. Seenaa kiyya kana sinii kaasuun koo of-dhaaduu kiyya osoo hin taane,haala salphaa fi mijataadhaan bakka har'a ga'aan akka hin dhufne sin hubachiisuu kooti.  Barruu kana barreessuun koo,beekaa yookiin nama caalee osoo hin taane,fedhii fi hawwii koo ykn mul'ata koo fuuldura milkeessuuf shaakalan taassiseedha. Kanaafuu isinis akka lammii fi nama namaaf abdatamaa tokkootti yaadaa, gorsaa fi wantoota na jabeessan akka naaf gumaachitan hawwii fi fedhii kiyya isa guddaadha. Galatoomaa 🙏 [[Special:Contributions/&#126;2026-95110-0|&#126;2026-95110-0]] ([[User talk:&#126;2026-95110-0|talk]]) 03:31, 12 Guraandhala 2026 (UTC) == Walaloo == Jechoota gaggaarii [[Special:Contributions/&#126;2026-95110-0|&#126;2026-95110-0]] ([[User talk:&#126;2026-95110-0|talk]]) 22:15, 28 Caamsaa 2026 (UTC) en4z7hnrk94f1nzj3yrh6tnijsvsi73 Tarree muummicha ministeeraa Iraaq 0 9193 45641 43381 2026-04-28T16:38:33Z CommonsDelinker 56 Removing [[:c:File:Saddam_Hussain_Duty_Uniform.jpg|Saddam_Hussain_Duty_Uniform.jpg]], it has been deleted from Commons by [[:c:User:Jameslwoodward|Jameslwoodward]] because: per [[:c:Commons:Deletion requests/File:Saddam Hussain Duty Uniform.jpg|]]. 45641 wikitext text/x-wiki Armaan gaditti tarreen Ministiroota Muummee [[Iraaq]] (1920-amma), Muummichi Ministeeraa aangoo raawwachiiftuu biyyattii bakka bu’ee fi Mana Maree Ministirootaa kan hoogganu yoo ta’u, kunis ministeerota 22 of keessaa qaba. Pirezidaantiin Rippabiliikaa - kan Paarlaamaadhaan filatame - mootummaa hundeessuuf Muummicha Ministeeraa kan muudu yoo ta'u, mootummaan kun mana maree bakka bu'oota ummataatiin sagalee kennama.<ref>[https://web.archive.org/web/20170519181234/http://www.iraqinationality.gov.iq/attach/constitution_ar.pdf دستور العراق.]</ref><gallery> File:Abd_Al-Rahman_Al-Gailani_painting.jpg|link=|Abd al-Rahman al-Ghailani, Muummicha Ministeeraa (1920–1922), muummicha ministeeraa jalqabaa Iraaq ammayyaa bara mootummaa. File:Qassim_in_color.png|link=|Abdul Karim Qaasim, Ministira Muummee (1958–1963), Ministira Muummee Rippabiliika Iraaq isa jalqabaa. </gallery> == Mootummaa Iraaq (1920–1958) == * Abdul Rahman Al Gilani (1920-1922) * Abdul Mohsen Al-Sadon (1922-1923) * Ja'far al-Askarii (1923-1924) * Yaasiin al-Hashimii (1924-1925) * Abdul Mohsen al-Sadon (1925-1926) * Ja'far al-Askari^ (1926-1928) * Abdul Mohsen al-Sadon (1928-1929) * Towfiiq Al Suwaayidii (1929-1929) * Abdul Mohsen al-Sadon (1929-1929) * Najii al-Suwaayidii (1929-1930) * Nurii al-Saayid (1930-1931) * Nurii al-Saayid^ (1931-1932) * Najii Shaukat (1932-1933) * Rashiid Alii Al-Gilaanii (1933-1933) * Jamil Al Madfaayii (1933-1934) * Alii Judat Al Ayubii (1934-1935) * Jamil Al Madfaayi (1935-1935) * Yaasiin al-Hashimii (1935-1936) * Hikmat Suleeymaan (1936-1937) . * Jamil al-Madfai^ (1937-1938) * Nurii al-Saayid (1938-1940) * Rashiid Alii Al-Gilaanii (1940-1941) * Taha Al Hashemi (1941-1941) * Rashiid Alii Al-Gilaanii (1941-1941) * Jamil Al Madfaayii (1941-1941) * Nurii al-Saayid (1941-1944) * Hamdi al-Pachachi (1944-1946) * Towfiiq Al Suwaayidii (1946-1946) * Arshaad Al Omari (1946-1946) * Nurii al-Saayid (1946-1947) * Saalih Jabr (1947-1948) * Sayyid Muhaammad al-Sadr (1948-1948) * Muzahim al-Pachachi (1948-1949) * Nurii al-Saayid (1949-1949) * Alii Jawdat Al Ayubi (1949-1950) * Tawfiiq Al Suwaayidii (1950-1950) * Nurii al-Saayid (1950-1952) . * Mustafaa Mahmuud Al Omaarii (1952-1952) * Nurediin Mahmood (1952-1953) * Jamil Al Madfaayi (1953-1953) * Muhaammad Faadel al-Jamalii (1953-1954) * Arshaad Al Omari (1954-1954) * Nurii al-Saayid (1954-1957) * Alii Juudat Al Ayubii (1957-1957) * Abdul Wahab Moorgaan (1957-1958) * Nurii al-Saayid (1958-1958) * Ahmed Mukhtar Baban (1958-1958) == Rippabiliika Iraaq (1958–1968) == * [[Abdel-Karim Kassem]] (1958-1963) * Ahmad Hasan Al Bakr (1963-1963) * Taher Yahya (1963-1965) * Ariif Abdel Razaak (1965-1965) * Abdul Rahman Al-Bazaz (1965-1966) * Najii Taalib (1966-1967) * [[Abdul Rahmaan Ariif]] (1967-1967) * Taher Yahya (1967-1968) == Rippabiliika Iraaq (1968–2003) == * Abdul Razzaq Al-Naif (1968-1968) * Ahmad Hasan Al Bakr (1968-1979) * Saadaam Huseen (1979-1991) * Saaduun Hammadii (1991-1991) * Muhaammad Hamzaa Al-Zubayidii (1991-1993) * Ahmad Huseen Khudeir As-Samarai (1993-1994) * Saadaam Huseen (1994-2003) == Mana Maree Bulchiinsa Iraaq (2003–2004) == * Muhammad Bahr Al Ulam (2003-2003) * Ibraahim Al-Jaafarii (2003-2003) * Ahmad Al-Chalabii (2003-2003) * Ayaad Allaawii (2003-2003) * Jalaal Talabaani (2003-2003) * Abdul Aziz Al-Hakim (2003-2003) * Adnaan Al-Pachachi (2004-2004) * Mohsen Abdel Hamid (2004-2004) * Muhammad Bahr Al Ulam (2004-2004) * Masuud Barzaanii (2004-2004) . * Izz El-Din Salim (2004-2004) * Ghazi Mesh'al el-Yawar (2004-2004) == Iraaq (2004–amma) == * Ayaad Allaawii (2004-2005) * Ibraahim Al-Jaafarii (2005-2006) * Nuurii al-Maaliikii (2006-2014) . * Haayidar Al-Abaadiin (2014-2018) * Adel Abdul Mahdii (2018-2020) * Mustafaa Alkaazimii (2020-2022) * Muhaammad Shi'aa Al-Sudaanii (2022-amma) == Tarree arfiilee == <gallery> File:Abd Al-Rahman Al-Gillani portrait.jpg|link=|Abd al-Rahman al-Ghailani File:Abdel Muhsin Al-Sa'dun.jpg|link=|Abdul Mohsen Al-Saadoun File:جعفر العسكري.jpg|link=|Jaafar Al-Askarii File:Yasin Hashimi, 1927.jpg|link=|Yaasiin al-Haashemi File:Tawfiq al-Suwaidi portrait.jpg|link=|Tawfiq al-Suwaayidii File:Naji al-Suwaydi.jpg|link=|Najii al-Suwaayidii File:Nouri Al-Saeed, 1950s.jpg|link=|Nuuri Al-Saeed File:Naji Shawkat.jpg|link=|Najii Shawkaat File:Rashid Ali al-Gaylani.jpg|link=|Rashiid Aali Al-Gilaanii File:جميل المدفعي.jpg|link=|Jamil al-Madfaayii File:Ali Jawdat al-Aiyubi.jpg|link=|Alii Jawdat Al-Ayuubii File:Hikmet Sulayman.jpg|link=|Hikmat Suleeymaan File:Taha Al-Hashimi.jpg|link=|Taha Al Haashimii File:Hamdi Al-Pachachi.jpg|link=|Hamdi al-Pachachi File:Arshad Al-Umari.jpg|link=|Arshaad al-Omari File:No portrait.svg|link=|Saaleh Jabr File:Sayyid Mohammad Al-Sadr.jpg|link=|Sayyed Muhammad Hasan Al-Sadr File:Muzahim al-Pachachi.jpg|link=|Muzahim al-Pachachi File:Mustafa alomari real photo .jpg|link=|Mustafaa Mahmuud Al-Omari File:Nureddin Mahmoud.jpg|link=|Nuur El-Din Mahmuud File:Muhammad Fadhil Al-Jamali, 1958.jpg|link=|Muhaammad Faadel Al-Jamalii File:Abdul-Wahab Mirjan, 1950s.jpg|link=|Abdul Wahab Mirgaan File:Ahmad Mukhtar Baban.jpg|link=|Ahmad Mukhtar Baaban File:Abd al-Karim Qasim.png|link=|[[Abdel-Karim Kassem]] File:Ahmed al-Bakr.jpg|link=|Ahmad Hasan Al-Bakr File:Abd Al-Rahman Al-Bazzaz.jpg|link=|Abdul Rahman Al-Bazzaz File:Naji Talib.jpg|link=|Najii Taalib File:Abdul-rahman-arif.jpg|link=|[[Abdul Rahmaan Ariif]] File:No portrait.svg|link=|Abdul Razzaq Al-Nayef File:Saadoun Hammadi.jpg|link=|Saadoun Hammadi File:Mohammed Hamza Al-Zubeidi.jpg|link=|Muhaammad Hamzaa Al-Zubayidii File:Ahmed Hussain Khudayir Al-Samarrai.png|link=|Ahmad Huseen Khudair File:Ayad Allawi.jpg|link=|Iyaad Allawii File:Ibrahim al-Jaafari 2014.jpg|link=|Ibraahim Al-Jaafarii File:Nouri al-Maliki in Iraqi parliamentary election, 2018 08 (cropped).jpg|link=|Nuurii al-Maalikii File:Haider al-Abadi January 2015.jpg|link=|Haayidar al-Abadii File:Adil Abdul-Mahdi portrait.jpg|link=|Adel Abd al-Mahdii File:President Trump Welcomes the Prime Minister of Iraq to the White House (50248640381) (cropped).jpg|link=|Mustafaa al-Kaazemii File:Iraqi PM Visits Shrine of Imam Reza (AS) in Mashhad (cropped).jpg|link=|Muhammad Shiaa al-Sudaanii </gallery> * [[Abdul Rahman Al-Kilanii Al-Naqib|Abd Al-Rahman Al-Naqib]] *[[Abdul Mohsen Al-Saadoun]] *[[Jaafar Al-Askarii]] *[[Yaasin Al Haashemi]] *[[Tawfiiq Al Suwaayidii]]. *[[Naaji Al-Suwaayidii]] *[[Nuurii Al-Sa’iid]] *[[Naaji Shawkaat]] *[[Raashiid Alii Al-Kilaanii]]. *[[Jamil Al Madfaayi]] *[[Alii Jawdat Al-Ayuubii]] *[[Hikmat Suleeymaan]] *[[Taha Al Haashemi]] *[[Hamdii Paachachi]]. *[[Arshaad Al-Omari]] *[[Saaleeh Jabr]] *[[Muhammad Hasan Al-Sadr]] *[[Muzaahim Al-Bajjii]] *[[Mustafaa Mahmuud Al-Omari]]. *[[Nur El-Din Mahmuud]] *[[Muhammad Fadel Al-Jamali]] *[[Abdul Wahab Moorgaan]] *[[Ahmad Mukhtar Baban]] *[[Abdel-Karim Kassem]] *[[Ahmad Hasan Al-Bakr]] *[[Taher Yahya]] *[[Ariif Abdel Razzaq]] *[[Abdul Rahmaan Al-Bazaaz]] *[[Naaji Taaleb]] *[[Abdul Rahmaan Ariif]] *[[Abdul Razzaq Al-Nayef]] *[[Saaddaam Huseen]]. *[[Saadoun Hammadii]] *[[Muhammad Hamzaa Al-Zubayidii]]. *[[Ahmed Huseen Khudair|Ahmed Huseen Al-Samarrai]] *[[Iyaad Allawii]] *[[Ibrahiim Al-Jaafarii]] *[[Nuurii al-Maalikii]]. *[[Haayidar Al-Abadii]]. *[[Adel Abdul Mahdii]] *[[Mustafaa Al-Kaazemii]] *[[Muhammad Shi'aa Al-Sudaanii]] == Sarara yeroo == {{#tag:timeline| ImageSize = width:800 height:auto barincrement:10 PlotArea = top:3 bottom:120 right:140 left:20 AlignBars = late Define $today = {{#time:d/m/Y}} DateFormat = dd/mm/yyyy Period = from:1958 till:$today TimeAxis = orientation:horizontal ScaleMajor = unit:year increment:5 start:1958 ScaleMinor = unit:year increment:1 start:1958 Colors = id:none value:rgb(0.82,0.83,0.84) legend:None_(Independent) id:military value:rgb(0.76,0.69,0.57) legend:None_(Military) id:baath value:rgb(0.09,0.48,0.29) legend:Arab_Socialist_Ba'ath_Party_(Iraq_Region) id:socialist value:rgb(0.94,0,0.11) legend:Arab_Socialist_Union id:council value:rgb(0.50,0.50,0.50) legend:Iraqi_Governing_Council id:ina value:rgb(0,0.28,0.67) legend:Iraqi_National_Accord id:dawa value:rgb(0,0.57,0.24) legend:Islamic_Dawa_Party id:va value:rgb(0.07,0.62,0.82) legend:Victory_Alliance Legend = columns:2 left:200 top:80 columnwidth:230 TextData = pos:(20,85) textcolor:black fontsize:M text:"Political parties:" BarData = bar:Abdal-KarimQasim bar:AhmedHassanal-Bakr bar:TahirYahya bar:ArifAbdar-Razzaq bar:Abdar-Rahmanal-Bazzaz bar:NajiTalib bar:AbdulRahmanArif bar:Abdar-Razzaqan-Naif bar:SaddamHussein bar:Sa'dunHammadi bar:MohammedHamzaZubeidi bar:AhmadHusaynKhudayiras-Samarrai bar:IraqiGoverningCouncil bar:AyadAllawi bar:Ibrahimal-Jaafari bar:Nourial-Maliki bar:Haideral-Abadi bar:AdilAbdul-Mahdi bar:MustafaAl-Kadhimi bar:MohammedShia'AlSudani PlotData= width:5 align:left fontsize:S shift:(5,-4) anchor:till bar:Abdal-KarimQasim from: 14/07/1958 till: 08/02/1963 color:military text:"[[Abd al-Karim Qasim]]" bar:AhmedHassanal-Bakr from: 08/02/1963 till: 18/11/1963 color:baath from: 31/07/1968 till: 16/07/1979 color:baath text:"[[Ahmed Hassan al-Bakr]]" bar:TahirYahya from: 20/11/1963 till: 06/09/1965 color:socialist from: 10/07/1967 till: 17/07/1968 color:socialist text:"[[Tahir Yahya]]" bar:ArifAbdar-Razzaq from: 06/09/1965 till: 21/09/1965 color:socialist text:"[[Arif Abd ar-Razzaq]]" bar:Abdar-Rahmanal-Bazzaz from: 21/09/1965 till: 09/08/1966 color:socialist text:"[[Abd ar-Rahman al-Bazzaz]]" bar:NajiTalib from: 09/08/1966 till: 10/05/1967 color:military text:"[[Naji Talib]]" bar:AbdulRahmanArif from: 10/05/1967 till: 10/07/1967 color:socialist text:"[[Abdul Rahman Arif]]" bar:Abdar-Razzaqan-Naif from: 17/07/1968 till: 30/07/1968 color:military text:"[[Abd ar-Razzaq an-Naif]]" bar:SaddamHussein from: 16/07/1979 till: 23/03/1991 color:baath from: 29/05/1994 till: 09/04/2003 color:baath text:"[[Saddam Hussein]]" bar:Sa'dunHammadi from: 23/03/1991 till: 13/09/1991 color:baath text:"[[Sa'dun Hammadi]]" bar:MohammedHamzaZubeidi from: 16/09/1991 till: 05/09/1993 color:baath text:"[[Mohammed Hamza Zubeidi]]" bar:AhmadHusaynKhudayiras-Samarrai from: 05/09/1993 till: 29/05/1994 color:baath text:"[[Ahmad Husayn Khudayir as-Samarrai]]" bar:IraqiGoverningCouncil from: 13/07/2003 till: 01/06/2004 color:council text:"[[Iraqi Governing Council]]" bar:AyadAllawi from: 01/06/2004 till: 03/05/2005 color:ina text:"[[Ayad Allawi]]" bar:Ibrahimal-Jaafari from: 03/05/2005 till: 20/05/2006 color:dawa text:"[[Ibrahim al-Jaafari]]" bar:Nourial-Maliki from: 20/05/2006 till: 08/09/2014 color:dawa text:"[[Nouri al-Maliki]]" bar:Haideral-Abadi from: 08/09/2014 till: 25/10/2018 color:va text:"[[Haider al-Abadi]]" bar:AdilAbdul-Mahdi from: 25/10/2018 till: 07/05/2020 color:none text:"[[Adil Abdul-Mahdi]]" bar:MustafaAl-Kadhimi from: 07/05/2020 till: 27/10/2022 color:none text:"[[Mustafa Al-Kadhimi]]" bar:MohammedShia'AlSudani from: 27/10/2022 till: $today color:dawa text:"[[Mohammed Shia' Al Sudani]]" }} == Dabalata dubbisi == * [[Iraaq]] * [[Tarree pirezidaantota Iraaq]] == Wabii == sfzbwi2dcn5dtmokj1urv8oddgzx66e