Wikipedia
omwiki
https://om.wikipedia.org/wiki/Fuula_Dura
MediaWiki 1.46.0-wmf.26
first-letter
Media
Special
Talk
User
User talk
Wikipedia
Wikipedia talk
File
File talk
MediaWiki
MediaWiki talk
Template
Template talk
Help
Help talk
Category
Category talk
TimedText
TimedText talk
Module
Module talk
Event
Event talk
User talk:Filember alemu
3
7784
45646
45643
2026-05-04T16:11:40Z
~2026-95110-0
13643
/* Filembar filannoo jiraadhu */ Fileembar Alamuu eenyu?
45646
wikitext
text/x-wiki
walaloon maali?
jecha maal jedhurraa dhufe?
== Dhalootaf ==
@[[User:Filember alemu|Filember alemu]] [[Special:Contributions/~2026-95110-0|~2026-95110-0]] ([[User talk:~2026-95110-0|talk]]) 03:24, 12 Guraandhala 2026 (UTC)
Fileembar Alamuu eenyu?👇🏽
== Filembar filannoo jiraadhu ==
SEENAA DHUUNFAA
> “Yoo ati ofitti amanamummaa qabaatte, rakkoo fuuldura kee jiru kamiyyuu ni injifatta.”
Maqaan Koo Fileembar Alamuu Gamteessaan jedhama.Kanan dhaladhe,naannoo Oromiyaa, godina Iluu Abbaa Booraa,Aanaa Hurrumuu,Ganda Innataarootti, bakka xiqqoo Kayim jedhamtutti,abbaa koo Obbo Alamuu Gamteessaa fi harmee koo Aadde Niwaayee Wadaajoo irraa,muddee gaafa 28/1995 kaasee addunyaa har'a kanaan wal baree.
Akkuma beekamuu biyyi keenyaa akkasumas sabni keenyaa fi maatiin keenya aadaa isaa,qooqa isaa akkasumas lafti isaallee osoo hin hafin alagaan ykn saba biraan dhaalamuun yookiin aadaa saba biraatti jijjiiramuu isaa ni beekamaa. Kana jechuun koo,harmeen koo maqaa koo jalqabaa Afaan Amaaraatiin "Kidaanuu"jettee , naaf baastee. Kana jechuunis naan jettee harmeen kiyyaa"xumura keenyaa,kan daa'ima horachuu irratti dhiisne ykn dhaabne, qadaada keenya" jechuudha jettee naaf hiiktii.
Egaa,Maatiin koo ana dabalatee dhiira 3 fi dubara 2 qabu. An garuu isaan keessaa, Isa gadameessa harmee kiyyaa yeroo dhumaa jiraateedha. Kana jechuun koo maatii koof mucaa dhumaa fi isa quxisuu jechuu koodha.
Akkuma beekamuu daa'imni maatiin isaa baadiyyaa ta'e ykn qote-bulaa ta'e,abjuu fi hawwiin isaa horii tiksuu akkasumas hojii qotiisaa qofa ilaala waan guddatuuf, hawwiin isaas akkasuma tahuu shakki hin qabuu.
"Ulee xiqqoo darbatu" jedhama mitiiree. An maatii kootiif mucaa dhumaa tahuun koo,jireenya qananummaatti guddadhe osoo hin taane,obboloonni koo hundi isaanii baruumsaaf jecha maatii kiyyatti dalagaa adda addaa gatanii barnootaaf ganamaaf galgala yeroo hundumaa deemu waan taheef,anis akka daa'ima dhumaa qananiin guddadhe mitii. Roobaa,dhoqqee,qorra osoo hin jedhin loonii fi bushaa'ee tiksuun maatii koo gargaaruun eegalee.
Akkasumaan osoon jiruu, hiriyootni koo yeroo jarri mana barnootaa deemanii fi galan argee, qalbiin kiyya barnoota barachuu na hawwee. Maatii kootiin galee yeroon ”m/baruumsaa na seensisaa” jedhuun,“sa'aa kee miilatti hidhattee deemtaa”nan jedhanii natti qoosuu turanii. Garuu, yeroo sanatti mana baruumsaa galuu ha dhiisu malee,ogguu
obbolonni koo hojii–manaa isaanii hojjetan jala taa'een waan jarri barreessan kitaaba isaanirraa suuraa ilaaluun jaalladhaa, maqaa kiyyas akkan barreessuu 'na barsiisaa" jechuun obboloota koo gaafadha. Yeroo maqaa koo naaf barreessaniis irra deddeebi'in barreessee akkan qubee sirreeffadhu na gorsuu. Qubee barreessuun alattis yeroo baay'ee suuraa kitaaba isaanirraa ilaale waraqaa irratti fakkeessuun,kaasuu yaaluun jalladhan turee. Garuu mana baruumsaa akkan hin seenne maatii koo sababa loon isaanii tiksuuf na dheekkamuu turee.
Osuman kanaan jiruu, umuriin kiyyas umurii baruumsa jalqabuurraa darbee gara ganna 8 ta'eeraa. Barnoota dheebochuu koo irraan kan ka'e,wayita fulbaanni ga'u maatii koof sirriitti hin hojjedhun turee. Guyyaa tokkoo bara 2004 A.L.I,baatii fulbaanaa keessa,Guyyaan isa wixataa ganama bariin manaa ka'ee akkuma amala koo loon bakka dheedichaatti bobbaasee. Ergan bobbaasee deebi'ee ciree nyaadhee. Guyyaadhuma kana maatii kiyya dhokadhee akkan mana baruumsaa deemu murteessee. Obboleessa koo yookiin lammii koo kan ta'ee wajjiin gara Mana Baruumsaa sadarkaa 1ffaa Tulluu Saayii jedhamtu deemee kutaa 1 galmaa'e. Anis keessi koo ykn fedhiin koo barnootaaf olaanaa waan ta'eef, m/baruumsaa Tulluu saayii kanatti 'Addunyaa-barnootaa' jedhamtu keessa seene.
Akkuma ijoollummaa kootti sababni inni ijoon mana baruumsaa seeneef keessaa, ijoollee akka taphatan argee anis taphan jaalladhuurraan kan ka'e, mana baruumsaa seenee na hawwisiisaa ture. Garuu,booda gama barnootaan fedhii cimaa qabaachuudhaan ifatti adda-ba’a dhufe. Gariin ijoollee taphachuun gammachuu ha argataniyyuu malee,ani immoo barreeffama barreessuu ,fakkii kaasuu itti fufee akkasumas dubbisuu irratti qalbiin koo na hidhamuu eegalee.
Akkasumas barsiisota na barsiisan addatti ajaa'ibsiifachuu jalqabee. Baay'een barsiisota koos akkan barnootaaf fedhii addaa qabaadhuu fi jaalladhu,na kakaasuu turanii. Anis boodarra,utuun akka isaanii tahee jechuun eegalee, namaaf akka barsiisota koo kana utuun gorsa akkas mi'u laadhe jechuun baay'een dinqisiichuus jalqabee.
Barnoota koo kanas haala gaarii fi fedhii addaan hordofaa,dhuma ji'a waxabajjiittis osoo hin gammadin fixee hin beektuu. Akkuma gorsi maatii fi barsiisota kootii qalbii na cabse,anis hangan beeku hiryootni koo akka isan abdii qabanitti gammaddanii fi dandeetti dhokataa keessa namaa jiru sana baasanii fayyadamanitti gorsaa turee. Haaluma kanaan barnoota sadarkaa 1ffaa kiyya, achuma mana baruumsaa sad.1ffaa Tulluu-Saayii jedhamtu kanaatti,xumuruuf foormiin yeroo guutamuuf ga'utti, manni baruumsaa kun "barataan barbaade maqaa isaa jijjirrachu danda'a" nuun jedhee carraa nuuf kennee. Anis maqaa Afaan Amaariffaan naaf bahee ture sana gara "Fileembar" jedhutti jijjiirradhee. Fileembar kanan jedheef sababa fi hiika mataa isaa ballaa qabaa. Fileembar jechuun gabaabumatti filannoo(choose/C/) isa jedhamuudhaa. Choose qubee (C) kan jalqabu ta'ee, qubee B fi D gidduutti argamaa. Innis Birth to Death isa jedhu gidduuttidha. Namni kamiyyuu dhaloota isaatii kaasee hanga du'u gidduu, filannoo isaa jiraataa. Waaqayyos filannoo namni sun filate irratti gargaaraa. Egaa gabaabumatti akkaatan fi hiikaan maqaa kana argadhee erga akkana ta'uusa sinitti himee. Kanumaan maqaa koo kan dura turerraa ,asirraa kaasee jijjiichee danda'ee.
Bara 2011A.L.I qormaata naannoo(ministirii kutaa 8ffaa) fudhadhe. Qorumsa kanas firii gaarii fi qabxii darbiinsaa galmeessee, barnoota sadarkaa 1ffaa xumuree.
Bara 2012A.L.I,immoo barnoota sadarkaa 2ffaa eegaluuf gara magaalaa soonxaa jedhamtutti imalee. Magaalaa kanattis kan argamtu mana baruumsaa sadarkaa 2ffaa Soonxaa jedhamtu kan bara 2006 hundeeffamteedhaa. Anis mana obboleetti kootii ta'ee,mana baruumsaa kanatti akkan baradhu taassisanii.
Sababni maatiin mana obboleetti kootii ta'ee akkan baradhu godhaniif "yoo mana kiraa siif fuune yookiin mana baruumsaa fageenyarra jiru yoo deemte barnoota kee akka ati sirnaan hordoftu nanmni si hordofu waan hin jirreef,mana obboleetti keetii tahi baradhu" naan jedhanii.
Egaa obboleetti koo kunis,angafa keenya hundaa kan magalaa kanatti bultii ijaarratteedhaa. Isheenis abba warra ishee waliin tahuun bakka haadhaa fi abbaa naaf bu'uun akkan barnoota kootti cimee dubbisuuf haala tokko tokko naaf mijeessuu eegalanii. Akkasumas bakka dubbisaa yookiin qu'annaa keetii naan jedhanii kutaa tokko qofaatti naaf baasanii.
Egaa barnootni sadarkaa lammaffaa kunis cimaa fi hunduu afaan Ingiliffaatin kan baratamu tahus,haalaa gaariin hordofaa barnoota kiyyan cimaa ta'ee itti fufuu danda'eera. Baruumsa koo kanas samisteera tokkoffaa qabxii gaarii fi gammachuun xumuree,boqonnaa torban lamaaf yookiin samisteeraf gara maatii kootiitti deebi'ee.
Ha tahu malee , baruma kana barnoota samisteera lammaffaa utuu hin eegalin dhibeen akka addunyaatti yaaddessaa ture sun yookiin COVID-19 jedhamu dhagahamuu eegalee. Kanumaa irraa ka'uun sirni baruuf barsiisuu akka guutummaa biyyattiitti addaan cituu danda'aree. Sababuma kanan barnoonni koo kutaa 9ffaa kan samisteera lammaffaa akka addan na duraa citeeraa. Anis boqonnaa yeroo barnoonni addan cite kana keessa, harka maradhee hin teenyee. Sababa baruumsi kun addaan citeef,maatii koo faana hojii qonnaa hojjechuu fi galgala galgala immoo ogummaa fakkii kaasuu koo isa yeroo ijoollummaa kooti jalqabee ture sana,akkasumas ogummaa walaloo barreessuu akkan shaakalu of taassisseeraa. Walaloo koo kananis gorsaa fi abdii qabanitti namoonni akka gammadanirratti fuulleffachuun hedduu karaa toora Facebook dhuunfaa kootiin barreessaa tureeraa. Kunis yaadni fi jajjabinni hiryoota koo fi namoota, walaloo akkan jaalladhu na taassisseeraa.
Ha tahu malee,Waggaa isaatti yeroo dhibeen kun hafuun danda'etti yookiin badetti,ministeerri barnootaa,barataan kamiyyuu akka kutaa itti aanutti darbee akka baratu jechuun ajaja baasee tureeraa.
Anis kanuma irraa ka'uun kutaa 10ffaa seenee barachuu jalqabee. Baruumsa koo kanattis haala gaariin itti fufee,kutannoo fi fedhii guutuun hordofee,akkuma an mana baruumsaa sadarkaa 1ffaa ture sanatti,dhuma ji'a waxabajjiitti gammaduu danda'eeraa.
Bara 2014A.L.I ministeerri barnootaa ajaja ykn labsii "barattoonni qorumsa kutaa 12ffaa fudhatan akka Yuuniversiitiitti keessatti fudhatanu" jedhu taassisee. Kunis erga ta'ee booda,baruma kanas barattoonni akka biyyattiitti 3.3% qofti qorumsa darbuun,maatii barattootaa fi barattoottaatti gaddaa fi yaaddoo guddaa uumee. Akkasumas sirni baruuf barsiisuu dhaloota dudduuba giidoo buusee.
Egaa akka mana baruumsaa keenyaattis baruma kanaa,barataan tokkoyyuu kan hin darbine turee. Ha tahu malee kufaatiin barataa kun,akka biyyatti tahuun isaa beekamaadhaa. Sababuma kufaatii kanaan,ministeerri barnootaa barattoota qabxiin isaanii gara qabxii darbiinsaatti siqatu, "sagantaa fooyya'isaa/Remedial" jedhu baase. Kana jechuun isaas,barattooni kunniin ji'a ja'af mooraa yookiin yuuniversiitii keessatti,akka barnoota kutaa 9 hanga 12 jiru,irra deebin baratanii qoraman ajaja baasuun,taassisee.
Yeroo wanti kun ta'es an barataa kutaa 11ffaan turee. Ha tahu malee manni baruumsa ani itti baradhu kun hanqinoota baay'ee qabachuu ishee,sababa kufaatii barattoota ishee tahuun,sababa isa guddaa akka tahe beekamaadhaa. Hanqinaaleen kunis muraasni isaanis,rakkoo akka biyya fi rakkoo akka dhuunfaa isheetti qabduudhaa:-
Hanqinaalee akka dhuunfaatti muraasnii:-Rakkoo mana kitaaba(library) dhabu, kitaaba ga'aa dhabuu, barsiisota ga'aa dhabuu,kutaa yaalii(laboratory)dhabuu fi kkf dha. Akkasumas rakkoo akka biyyatti jiru inni ijoon neetwoorkiin guutummaa guututti dhabamuu isaadhaa. Hanqinaaleen kunniinis rakkoo isheen mul'inatti qabdu isa muraasa tahuun isaa beekamaadha. Sababuma hanqina isheetin hiryoonni koo tokko tokko sanyii ykn mana baruumsaa magaalaa gurguddaatti barachuuf na biraa deemanii.
Kanas tahu,sana,an barnoota koo sadarkaa 2ffaa,manuma baruumsa soonxaa jedhamu kanatti akkan xumuruuf maatii fi obboleettin koo walii galaniiruu.
Anis hamma humnaa fi dandeetti kootti qorumsaa 12ffaa qoramuuf qophii eegale. Jajjabinaa fi deeggarsa maatii akkasumas barsiisota na barsiisaniin argadheen,dubbisuu fi qorumsa barattootaa nu fuuldura turanii hojjechuu koo itti fufee.
Guyyaan isaa yeroo ga'etti,bara 2015 A.L.I akka biiroon barnootaa baasetti barattoonni aanaa keenya "yuuniversiitii Jimmaa deemanii akka qormaata qoraman" jedhee ajaja baasee. Kanumarraa ka'uun gara Yuuniversiitii kanaa deemnee,torban tokkof qormaata kutaa 12ffaa kana fudhannee xumurree.
Firiin qormaata kutaa 12ffaa bara kanas akka dadhabbii fi tattaaffii kootii osoo hin taane,faallaa isaa akkan kallattiin hin milkoofne taheeraa. Bara kanas yeroo lammataaf,akka biyyatti madaatti madaa dabalee. Kunis parsantiin 3.2% qofti akka darbetu beekamaa.
Ha tahu malee akkuma ministeerri barnootaa baasetti,sagantaa fooyya'isaa kan jedhu sana,qabxiin koo na galchuu danda'eeraa. Kunis erga na gammachiisee booda,bakka yookiin placement yuuniversiitii Mattuu jedhamtu,Godinuma keenyatti kan argamtuu na qaqqabee. Anis bara 2016A.L I barnootaa Remedial Yuuniversiitii kanatti itti fufee. Barnoota koo kanas,kutannoo fi cichoominaan ergaan hordofee,hawwii koo yeroo dheeraa yuuniversiitii seenu ture sana gargaarsa waaqaatin milkeessuu danda'eeraa. Kunis waggaa tokkoof duubattii hafus milkaa'inni koo kun dhufee,kufaatii koo irraa akkan baradhu na taassisseeraa.
Anis bara 2017 A.L.I barataa wagga tokkoffaa yookiin freshman tahe barnoota koo yuuniversiitii Mattuu kanatti,ciminaa fi kutannoon akkasumas osoon faashinaa fi life of university isa jedhamu hin hordofin barnoota koo itti fufee.
Dur maatii koo fi namoonni baay'een"dooktor" jedhanii na waamuu turanii. Dooktora hojii isaa wallaalus,akeeka namoonni natti siqan naaf raaganiin yookiin naaf qabaniin akkan waa'ee dooktora qoradhee baru na taassisanii turanii. Akkasumas hiikoo fi hojii dooktora ergan barees,dooktora tahuu akkan barbaadu hawwii koo isa guddaa tahee itti fufee.
Anis harmee koo mana yaalaa yeroo geessee turetti hojii doctoraa fi ogeessota fayyaa argees,caalatti akkan fayyaa barachuu qabu na kakaasee. Sababni ka'umsa kootis xinnummaa koo irra kaasee nama dadhabee fi nama abdii kutate, waanan danda'u fi beekuun gargaaruu baay'ee jaalladha turee. Anis kanummarra ka'uun,sana booda maal tahuu barbaadda yeroo naan jedhanitti"Dooktora"jedheen deebisaafii turee.
Ha tahu malee akka Yuuniversiitii Mattuutti Damee Fayyaa keessaa"medicine yookiin doctor" kan jedhamu waan hin jirreef, hawwii kana milkeessuu hin dandeenyee. Tahus,yuuniversiitiin kun baruma kana samisteera 2ffaatti,barattoota damee fayyaa warra barachuuf fedhii qabanii,hunduma barataa waan taheef,qabxii fi dandeetti barataan dorgomsiisee(damee Saayinsii Fayyaa(Health Sciences) samisteera 2ffaatti kanatti kennuu eegalee. Ha tahu malee,akka hawwii koo isa ijoollummaa,medicine dhabamus,waaqayyo na gargaaree damee fayyaa kana keessaa argadhee,akkan baradhuuf carraan na qaqqabee. Garuu damee fayyaa yuuniversiitichi qabu keessaa kanan barachuuf fedhii qabu inni olaanaan pharmacy turee. Pharmacy bara sanaa nama 40 qofa barbaadaa. Barattoonni qaxaleen yuuniversiiticha hedduun ni filatu jedhee sababan sodaadheef dhiisee Medical laboratory filadhee. Department kunis barattoota 30 qofa barbaadaa. Dameen kunis turtii guyyaa 2 booda na ga'ee. Garuu sababa qabxiin koAnis barnoota damee fayyaa(Health Sciences) kanas,haala gaariin hordofuu eegalee jiraa.
Seenaa kiyya kana sinii kaasuun koo of-dhaaduu kiyya osoo hin taane,haala salphaa fi mijataadhaan bakka har'a ga'aan akka hin dhufne sin hubachiisuu kooti.
Barruu kana barreessuun koo,beekaa yookiin nama caalee osoo hin taane,fedhii fi hawwii koo ykn mul'ata koo fuuldura milkeessuuf shaakalan taassiseedha. Kanaafuu isinis akka lammii fi nama namaaf abdatamaa tokkootti yaadaa, gorsaa fi wantoota na jabeessan akka naaf gumaachitan hawwii fi fedhii kiyya isa guddaadha.
Galatoomaa 🙏
[[Special:Contributions/~2026-95110-0|~2026-95110-0]] ([[User talk:~2026-95110-0|talk]]) 03:31, 12 Guraandhala 2026 (UTC)
== Walaloo ==
Jechoota gaggaarii [[Special:Contributions/~2026-95110-0|~2026-95110-0]] ([[User talk:~2026-95110-0|talk]]) 22:15, 28 Caamsaa 2026 (UTC)
5izl6k2ch7r52k7iqz8z77676op2zjh
45647
45646
2026-05-04T16:16:47Z
~2026-95110-0
13643
/* Filembar filannoo jiraadhu */

== የፋይልባር ምርጫ በቀጥታ ==
የግል ታሪክ
> "በራስ መተማመን ካለህ፣ ከፊትህ ያለውን ማንኛውንም እንቅፋት ታሸንፋለህ።"
ፊሊምባር አላሙ ጋምቴስሳን እባላለሁ።በኦሮሚያ ክልል፣ሁሩሙ አውራጃ፣ኢናታአሮ መንደር፣ከሁሩሙ አውራጃ፣ከኦሮምያ ክልል፣ከአቶ አላሙ ጋምቴሴሳ እና ከወይዘሮ ንዋዬ ወዳጆኦ ታህሣሥ 28 ቀን 1995 ተወለድኩ።
እንደሚታወቀው አገራችን እንዲሁም ሕዝባችንና ቤተሰባችን በውጭ ዜጎች ወይም በሌሎች አገሮች የተወረሱ ወይም ባህላቸውን፣ ቋንቋቸውን እና መሬታቸውን ሳይለቁ ወደ ሌላ ብሔር ባህል ተለውጠዋል። ማለቴ እናቴ የመጀመሪያ ስሜን በአማርኛ "ኪዳኑ" ብላ ሰጠችኝ። እናቴ ይህ ማለት "መጨረሻችን፣ ልጅ በመውለድ የቀረን ወይም ያቆምነው ነገር፣ ቃዳዳችን" ማለት እንደሆነ ነገረችኝ።
ስለዚህ፣ ቤተሰቤ እኔን ጨምሮ 3 ወንዶች እና 2 ሴቶች አሉት። ግን እኔ ከእናቴ ማህፀን በመጨረሻው ቅጽበት የኖርኩት ከእነሱ አንዷ ነኝ። በዚህ ማለቴ በቤተሰቤ ውስጥ የመጨረሻውን እና ታናሹን ልጅ ማለቴ ነው።
እንደሚታወቀው፣ ቤተሰቡ ገጠር ወይም እርሻ ያለበት ልጅ፣ ሕልሞቹና ምኞቶቹ የሚያመለክቱት ከብቶችን ስለማሰማራት ብቻ ነው፣ እናም ምኞቶቹ ያለጥርጥር አንድ ናቸው።
"ትንሽ እንጨት ይወረውራሉ" አይደል? እኔ በቤተሰቤ ውስጥ የመጨረሻው ልጅ ነኝ፣ በቅንጦት ሕይወት ውስጥ ያደግኩ ሳይሆን፣ ሁሉም ወንድሞቼና እህቶቼ ለትምህርት ሲሉ በቤተሰቤ ውስጥ የተለያዩ ሥራዎችን ትተው በየቀኑ ጠዋትና ማታ ትምህርት ቤት ይሄዱ ነበር። ዝናብ፣ ጭቃ ወይም በረዶ ሳይል ከብቶችንና በጎችን በማሰማራት ቤተሰቤን መርዳት ጀመርኩ።
እዚያ እያለሁ ጓደኞቼ ወደ ትምህርት ቤት ሲሄዱና ሲመለሱ አየሁ፣ ልቤም መማር ፈለገ። ከቤተሰቤ ጋር ገባሁና "ወደ ትምህርት ቤት ፍቀዱልኝ" ስላቸው "ሰዓትህን ከእግሬ ጋር አስራለሁ"
== Walaloo ==
Jechoota gaggaarii [[Special:Contributions/~2026-95110-0|~2026-95110-0]] ([[User talk:~2026-95110-0|talk]]) 22:15, 28 Caamsaa 2026 (UTC)
ipjkag460ti8g4qyij5o4a7d8416am9
45648
45647
2026-05-04T16:17:22Z
~2026-95110-0
13643
/* Dhalootaf */
45648
wikitext
text/x-wiki
walaloon maali?
jecha maal jedhurraa dhufe?
== Dhalootaf ==
@[[User:Filember alemu|Filember alemu]] [[Special:Contributions/~2026-95110-0|~2026-95110-0]] ([[User talk:~2026-95110-0|talk]]) 03:24, 12 Guraandhala 2026 (UTC)
Fileembar Alamuu eenyu?👇🏽
== Filembar choice live ==
PERSONAL HISTORY
> “If you are confident, you will overcome any obstacle in front of you.”
My name is Philembar Alamuu Gamteessaan.I was born on December 28, 1995 in Innataaro village, Hurrumuu district, Oromia region, to Mr. Alamuu Gamteessaa and Mrs. Niwaayee Wadaajoo.
As is well known, our country as well as our nation and our family have been inherited by foreigners or other nations or changed to the culture of another nation without leaving their culture, language and even their land. I mean,my mother gave me my first name in Amharic, "Kidaanuu" My mother told me that this meant"our end,what we left or stopped at having a baby, our qadaada"
So,My family has 3 males and 2 females including me. But I am one of them, Who lived in my mother's womb at the last moment. By that I mean the last and youngest child in my family.
As is well known, a child whose family is rural or farming,his dreams and aspirations are only about herding cattle as well as farming as he grows up, and his aspirations are undoubtedly the same.
"They throw a little stick," isn't it? I am the last child in my family, not that I grew up in a luxurious life, but that all my brothers and sisters left various jobs in my family for the sake of education and went to school every morning and evening. I started helping my family by herding cattle and sheep regardless of rain, mud or snow.
While I was there, I saw my friends going to and from school, and my heart wanted to learn. I went in with my family and when I said ”let me in to school”,“I’ll tie your watch to my leg
== Filembar filannoo jiraadhu ==
SEENAA DHUUNFAA
> “Yoo ati ofitti amanamummaa qabaatte, rakkoo fuuldura kee jiru kamiyyuu ni injifatta.”
Maqaan Koo Fileembar Alamuu Gamteessaan jedhama.Kanan dhaladhe,naannoo Oromiyaa, godina Iluu Abbaa Booraa,Aanaa Hurrumuu,Ganda Innataarootti, bakka xiqqoo Kayim jedhamtutti,abbaa koo Obbo Alamuu Gamteessaa fi harmee koo Aadde Niwaayee Wadaajoo irraa,muddee gaafa 28/1995 kaasee addunyaa har'a kanaan wal baree.
Akkuma beekamuu biyyi keenyaa akkasumas sabni keenyaa fi maatiin keenya aadaa isaa,qooqa isaa akkasumas lafti isaallee osoo hin hafin alagaan ykn saba biraan dhaalamuun yookiin aadaa saba biraatti jijjiiramuu isaa ni beekamaa. Kana jechuun koo,harmeen koo maqaa koo jalqabaa Afaan Amaaraatiin "Kidaanuu"jettee , naaf baastee. Kana jechuunis naan jettee harmeen kiyyaa"xumura keenyaa,kan daa'ima horachuu irratti dhiisne ykn dhaabne, qadaada keenya" jechuudha jettee naaf hiiktii.
Egaa,Maatiin koo ana dabalatee dhiira 3 fi dubara 2 qabu. An garuu isaan keessaa, Isa gadameessa harmee kiyyaa yeroo dhumaa jiraateedha. Kana jechuun koo maatii koof mucaa dhumaa fi isa quxisuu jechuu koodha.
Akkuma beekamuu daa'imni maatiin isaa baadiyyaa ta'e ykn qote-bulaa ta'e,abjuu fi hawwiin isaa horii tiksuu akkasumas hojii qotiisaa qofa ilaala waan guddatuuf, hawwiin isaas akkasuma tahuu shakki hin qabuu.
"Ulee xiqqoo darbatu" jedhama mitiiree. An maatii kootiif mucaa dhumaa tahuun koo,jireenya qananummaatti guddadhe osoo hin taane,obboloonni koo hundi isaanii baruumsaaf jecha maatii kiyyatti dalagaa adda addaa gatanii barnootaaf ganamaaf galgala yeroo hundumaa deemu waan taheef,anis akka daa'ima dhumaa qananiin guddadhe mitii. Roobaa,dhoqqee,qorra osoo hin jedhin loonii fi bushaa'ee tiksuun maatii koo gargaaruun eegalee.
Akkasumaan osoon jiruu, hiriyootni koo yeroo jarri mana barnootaa deemanii fi galan argee, qalbiin kiyya barnoota barachuu na hawwee. Maatii kootiin galee yeroon ”m/baruumsaa na seensisaa” jedhuun,“sa'aa kee miilatti hidhattee deemtaa”nan jedhanii natti qoosuu turanii. Garuu, yeroo sanatti mana baruumsaa galuu ha dhiisu malee,ogguu
obbolonni koo hojii–manaa isaanii hojjetan jala taa'een waan jarri barreessan kitaaba isaanirraa suuraa ilaaluun jaalladhaa, maqaa kiyyas akkan barreessuu 'na barsiisaa" jechuun obboloota koo gaafadha. Yeroo maqaa koo naaf barreessaniis irra deddeebi'in barreessee akkan qubee sirreeffadhu na gorsuu. Qubee barreessuun alattis yeroo baay'ee suuraa kitaaba isaanirraa ilaale waraqaa irratti fakkeessuun,kaasuu yaaluun jalladhan turee. Garuu mana baruumsaa akkan hin seenne maatii koo sababa loon isaanii tiksuuf na dheekkamuu turee.
Osuman kanaan jiruu, umuriin kiyyas umurii baruumsa jalqabuurraa darbee gara ganna 8 ta'eeraa. Barnoota dheebochuu koo irraan kan ka'e,wayita fulbaanni ga'u maatii koof sirriitti hin hojjedhun turee. Guyyaa tokkoo bara 2004 A.L.I,baatii fulbaanaa keessa,Guyyaan isa wixataa ganama bariin manaa ka'ee akkuma amala koo loon bakka dheedichaatti bobbaasee. Ergan bobbaasee deebi'ee ciree nyaadhee. Guyyaadhuma kana maatii kiyya dhokadhee akkan mana baruumsaa deemu murteessee. Obboleessa koo yookiin lammii koo kan ta'ee wajjiin gara Mana Baruumsaa sadarkaa 1ffaa Tulluu Saayii jedhamtu deemee kutaa 1 galmaa'e. Anis keessi koo ykn fedhiin koo barnootaaf olaanaa waan ta'eef, m/baruumsaa Tulluu saayii kanatti 'Addunyaa-barnootaa' jedhamtu keessa seene.
Akkuma ijoollummaa kootti sababni inni ijoon mana baruumsaa seeneef keessaa, ijoollee akka taphatan argee anis taphan jaalladhuurraan kan ka'e, mana baruumsaa seenee na hawwisiisaa ture. Garuu,booda gama barnootaan fedhii cimaa qabaachuudhaan ifatti adda-ba’a dhufe. Gariin ijoollee taphachuun gammachuu ha argataniyyuu malee,ani immoo barreeffama barreessuu ,fakkii kaasuu itti fufee akkasumas dubbisuu irratti qalbiin koo na hidhamuu eegalee.
Akkasumas barsiisota na barsiisan addatti ajaa'ibsiifachuu jalqabee. Baay'een barsiisota koos akkan barnootaaf fedhii addaa qabaadhuu fi jaalladhu,na kakaasuu turanii. Anis boodarra,utuun akka isaanii tahee jechuun eegalee, namaaf akka barsiisota koo kana utuun gorsa akkas mi'u laadhe jechuun baay'een dinqisiichuus jalqabee.
Barnoota koo kanas haala gaarii fi fedhii addaan hordofaa,dhuma ji'a waxabajjiittis osoo hin gammadin fixee hin beektuu. Akkuma gorsi maatii fi barsiisota kootii qalbii na cabse,anis hangan beeku hiryootni koo akka isan abdii qabanitti gammaddanii fi dandeetti dhokataa keessa namaa jiru sana baasanii fayyadamanitti gorsaa turee. Haaluma kanaan barnoota sadarkaa 1ffaa kiyya, achuma mana baruumsaa sad.1ffaa Tulluu-Saayii jedhamtu kanaatti,xumuruuf foormiin yeroo guutamuuf ga'utti, manni baruumsaa kun "barataan barbaade maqaa isaa jijjirrachu danda'a" nuun jedhee carraa nuuf kennee. Anis maqaa Afaan Amaariffaan naaf bahee ture sana gara "Fileembar" jedhutti jijjiirradhee. Fileembar kanan jedheef sababa fi hiika mataa isaa ballaa qabaa. Fileembar jechuun gabaabumatti filannoo(choose/C/) isa jedhamuudhaa. Choose qubee (C) kan jalqabu ta'ee, qubee B fi D gidduutti argamaa. Innis Birth to Death isa jedhu gidduuttidha. Namni kamiyyuu dhaloota isaatii kaasee hanga du'u gidduu, filannoo isaa jiraataa. Waaqayyos filannoo namni sun filate irratti gargaaraa. Egaa gabaabumatti akkaatan fi hiikaan maqaa kana argadhee erga akkana ta'uusa sinitti himee. Kanumaan maqaa koo kan dura turerraa ,asirraa kaasee jijjiichee danda'ee.
Bara 2011A.L.I qormaata naannoo(ministirii kutaa 8ffaa) fudhadhe. Qorumsa kanas firii gaarii fi qabxii darbiinsaa galmeessee, barnoota sadarkaa 1ffaa xumuree.
Bara 2012A.L.I,immoo barnoota sadarkaa 2ffaa eegaluuf gara magaalaa soonxaa jedhamtutti imalee. Magaalaa kanattis kan argamtu mana baruumsaa sadarkaa 2ffaa Soonxaa jedhamtu kan bara 2006 hundeeffamteedhaa. Anis mana obboleetti kootii ta'ee,mana baruumsaa kanatti akkan baradhu taassisanii.
Sababni maatiin mana obboleetti kootii ta'ee akkan baradhu godhaniif "yoo mana kiraa siif fuune yookiin mana baruumsaa fageenyarra jiru yoo deemte barnoota kee akka ati sirnaan hordoftu nanmni si hordofu waan hin jirreef,mana obboleetti keetii tahi baradhu" naan jedhanii.
Egaa obboleetti koo kunis,angafa keenya hundaa kan magalaa kanatti bultii ijaarratteedhaa. Isheenis abba warra ishee waliin tahuun bakka haadhaa fi abbaa naaf bu'uun akkan barnoota kootti cimee dubbisuuf haala tokko tokko naaf mijeessuu eegalanii. Akkasumas bakka dubbisaa yookiin qu'annaa keetii naan jedhanii kutaa tokko qofaatti naaf baasanii.
Egaa barnootni sadarkaa lammaffaa kunis cimaa fi hunduu afaan Ingiliffaatin kan baratamu tahus,haalaa gaariin hordofaa barnoota kiyyan cimaa ta'ee itti fufuu danda'eera. Baruumsa koo kanas samisteera tokkoffaa qabxii gaarii fi gammachuun xumuree,boqonnaa torban lamaaf yookiin samisteeraf gara maatii kootiitti deebi'ee.
Ha tahu malee , baruma kana barnoota samisteera lammaffaa utuu hin eegalin dhibeen akka addunyaatti yaaddessaa ture sun yookiin COVID-19 jedhamu dhagahamuu eegalee. Kanumaa irraa ka'uun sirni baruuf barsiisuu akka guutummaa biyyattiitti addaan cituu danda'aree. Sababuma kanan barnoonni koo kutaa 9ffaa kan samisteera lammaffaa akka addan na duraa citeeraa. Anis boqonnaa yeroo barnoonni addan cite kana keessa, harka maradhee hin teenyee. Sababa baruumsi kun addaan citeef,maatii koo faana hojii qonnaa hojjechuu fi galgala galgala immoo ogummaa fakkii kaasuu koo isa yeroo ijoollummaa kooti jalqabee ture sana,akkasumas ogummaa walaloo barreessuu akkan shaakalu of taassisseeraa. Walaloo koo kananis gorsaa fi abdii qabanitti namoonni akka gammadanirratti fuulleffachuun hedduu karaa toora Facebook dhuunfaa kootiin barreessaa tureeraa. Kunis yaadni fi jajjabinni hiryoota koo fi namoota, walaloo akkan jaalladhu na taassisseeraa.
Ha tahu malee,Waggaa isaatti yeroo dhibeen kun hafuun danda'etti yookiin badetti,ministeerri barnootaa,barataan kamiyyuu akka kutaa itti aanutti darbee akka baratu jechuun ajaja baasee tureeraa.
Anis kanuma irraa ka'uun kutaa 10ffaa seenee barachuu jalqabee. Baruumsa koo kanattis haala gaariin itti fufee,kutannoo fi fedhii guutuun hordofee,akkuma an mana baruumsaa sadarkaa 1ffaa ture sanatti,dhuma ji'a waxabajjiitti gammaduu danda'eeraa.
Bara 2014A.L.I ministeerri barnootaa ajaja ykn labsii "barattoonni qorumsa kutaa 12ffaa fudhatan akka Yuuniversiitiitti keessatti fudhatanu" jedhu taassisee. Kunis erga ta'ee booda,baruma kanas barattoonni akka biyyattiitti 3.3% qofti qorumsa darbuun,maatii barattootaa fi barattoottaatti gaddaa fi yaaddoo guddaa uumee. Akkasumas sirni baruuf barsiisuu dhaloota dudduuba giidoo buusee.
Egaa akka mana baruumsaa keenyaattis baruma kanaa,barataan tokkoyyuu kan hin darbine turee. Ha tahu malee kufaatiin barataa kun,akka biyyatti tahuun isaa beekamaadhaa. Sababuma kufaatii kanaan,ministeerri barnootaa barattoota qabxiin isaanii gara qabxii darbiinsaatti siqatu, "sagantaa fooyya'isaa/Remedial" jedhu baase. Kana jechuun isaas,barattooni kunniin ji'a ja'af mooraa yookiin yuuniversiitii keessatti,akka barnoota kutaa 9 hanga 12 jiru,irra deebin baratanii qoraman ajaja baasuun,taassisee.
Yeroo wanti kun ta'es an barataa kutaa 11ffaan turee. Ha tahu malee manni baruumsa ani itti baradhu kun hanqinoota baay'ee qabachuu ishee,sababa kufaatii barattoota ishee tahuun,sababa isa guddaa akka tahe beekamaadhaa. Hanqinaaleen kunis muraasni isaanis,rakkoo akka biyya fi rakkoo akka dhuunfaa isheetti qabduudhaa:-
Hanqinaalee akka dhuunfaatti muraasnii:-Rakkoo mana kitaaba(library) dhabu, kitaaba ga'aa dhabuu, barsiisota ga'aa dhabuu,kutaa yaalii(laboratory)dhabuu fi kkf dha. Akkasumas rakkoo akka biyyatti jiru inni ijoon neetwoorkiin guutummaa guututti dhabamuu isaadhaa. Hanqinaaleen kunniinis rakkoo isheen mul'inatti qabdu isa muraasa tahuun isaa beekamaadha. Sababuma hanqina isheetin hiryoonni koo tokko tokko sanyii ykn mana baruumsaa magaalaa gurguddaatti barachuuf na biraa deemanii.
Kanas tahu,sana,an barnoota koo sadarkaa 2ffaa,manuma baruumsa soonxaa jedhamu kanatti akkan xumuruuf maatii fi obboleettin koo walii galaniiruu.
Anis hamma humnaa fi dandeetti kootti qorumsaa 12ffaa qoramuuf qophii eegale. Jajjabinaa fi deeggarsa maatii akkasumas barsiisota na barsiisaniin argadheen,dubbisuu fi qorumsa barattootaa nu fuuldura turanii hojjechuu koo itti fufee.
Guyyaan isaa yeroo ga'etti,bara 2015 A.L.I akka biiroon barnootaa baasetti barattoonni aanaa keenya "yuuniversiitii Jimmaa deemanii akka qormaata qoraman" jedhee ajaja baasee. Kanumarraa ka'uun gara Yuuniversiitii kanaa deemnee,torban tokkof qormaata kutaa 12ffaa kana fudhannee xumurree.
Firiin qormaata kutaa 12ffaa bara kanas akka dadhabbii fi tattaaffii kootii osoo hin taane,faallaa isaa akkan kallattiin hin milkoofne taheeraa. Bara kanas yeroo lammataaf,akka biyyatti madaatti madaa dabalee. Kunis parsantiin 3.2% qofti akka darbetu beekamaa.
Ha tahu malee akkuma ministeerri barnootaa baasetti,sagantaa fooyya'isaa kan jedhu sana,qabxiin koo na galchuu danda'eeraa. Kunis erga na gammachiisee booda,bakka yookiin placement yuuniversiitii Mattuu jedhamtu,Godinuma keenyatti kan argamtuu na qaqqabee. Anis bara 2016A.L I barnootaa Remedial Yuuniversiitii kanatti itti fufee. Barnoota koo kanas,kutannoo fi cichoominaan ergaan hordofee,hawwii koo yeroo dheeraa yuuniversiitii seenu ture sana gargaarsa waaqaatin milkeessuu danda'eeraa. Kunis waggaa tokkoof duubattii hafus milkaa'inni koo kun dhufee,kufaatii koo irraa akkan baradhu na taassisseeraa.
Anis bara 2017 A.L.I barataa wagga tokkoffaa yookiin freshman tahe barnoota koo yuuniversiitii Mattuu kanatti,ciminaa fi kutannoon akkasumas osoon faashinaa fi life of university isa jedhamu hin hordofin barnoota koo itti fufee.
Dur maatii koo fi namoonni baay'een"dooktor" jedhanii na waamuu turanii. Dooktora hojii isaa wallaalus,akeeka namoonni natti siqan naaf raaganiin yookiin naaf qabaniin akkan waa'ee dooktora qoradhee baru na taassisanii turanii. Akkasumas hiikoo fi hojii dooktora ergan barees,dooktora tahuu akkan barbaadu hawwii koo isa guddaa tahee itti fufee.
Anis harmee koo mana yaalaa yeroo geessee turetti hojii doctoraa fi ogeessota fayyaa argees,caalatti akkan fayyaa barachuu qabu na kakaasee. Sababni ka'umsa kootis xinnummaa koo irra kaasee nama dadhabee fi nama abdii kutate, waanan danda'u fi beekuun gargaaruu baay'ee jaalladha turee. Anis kanummarra ka'uun,sana booda maal tahuu barbaadda yeroo naan jedhanitti"Dooktora"jedheen deebisaafii turee.
Ha tahu malee akka Yuuniversiitii Mattuutti Damee Fayyaa keessaa"medicine yookiin doctor" kan jedhamu waan hin jirreef, hawwii kana milkeessuu hin dandeenyee. Tahus,yuuniversiitiin kun baruma kana samisteera 2ffaatti,barattoota damee fayyaa warra barachuuf fedhii qabanii,hunduma barataa waan taheef,qabxii fi dandeetti barataan dorgomsiisee(damee Saayinsii Fayyaa(Health Sciences) samisteera 2ffaatti kanatti kennuu eegalee. Ha tahu malee,akka hawwii koo isa ijoollummaa,medicine dhabamus,waaqayyo na gargaaree damee fayyaa kana keessaa argadhee,akkan baradhuuf carraan na qaqqabee. Garuu damee fayyaa yuuniversiitichi qabu keessaa kanan barachuuf fedhii qabu inni olaanaan pharmacy turee. Pharmacy bara sanaa nama 40 qofa barbaadaa. Barattoonni qaxaleen yuuniversiiticha hedduun ni filatu jedhee sababan sodaadheef dhiisee Medical laboratory filadhee. Department kunis barattoota 30 qofa barbaadaa. Dameen kunis turtii guyyaa 2 booda na ga'ee. Garuu sababa qabxiin koAnis barnoota damee fayyaa(Health Sciences) kanas,haala gaariin hordofuu eegalee jiraa.
Seenaa kiyya kana sinii kaasuun koo of-dhaaduu kiyya osoo hin taane,haala salphaa fi mijataadhaan bakka har'a ga'aan akka hin dhufne sin hubachiisuu kooti.
Barruu kana barreessuun koo,beekaa yookiin nama caalee osoo hin taane,fedhii fi hawwii koo ykn mul'ata koo fuuldura milkeessuuf shaakalan taassiseedha. Kanaafuu isinis akka lammii fi nama namaaf abdatamaa tokkootti yaadaa, gorsaa fi wantoota na jabeessan akka naaf gumaachitan hawwii fi fedhii kiyya isa guddaadha.
Galatoomaa 🙏
[[Special:Contributions/~2026-95110-0|~2026-95110-0]] ([[User talk:~2026-95110-0|talk]]) 03:31, 12 Guraandhala 2026 (UTC)
== የፋይልባር ምርጫ በቀጥታ ==
የግል ታሪክ
> "በራስ መተማመን ካለህ፣ ከፊትህ ያለውን ማንኛውንም እንቅፋት ታሸንፋለህ።"
ፊሊምባር አላሙ ጋምቴስሳን እባላለሁ።በኦሮሚያ ክልል፣ሁሩሙ አውራጃ፣ኢናታአሮ መንደር፣ከሁሩሙ አውራጃ፣ከኦሮምያ ክልል፣ከአቶ አላሙ ጋምቴሴሳ እና ከወይዘሮ ንዋዬ ወዳጆኦ ታህሣሥ 28 ቀን 1995 ተወለድኩ።
እንደሚታወቀው አገራችን እንዲሁም ሕዝባችንና ቤተሰባችን በውጭ ዜጎች ወይም በሌሎች አገሮች የተወረሱ ወይም ባህላቸውን፣ ቋንቋቸውን እና መሬታቸውን ሳይለቁ ወደ ሌላ ብሔር ባህል ተለውጠዋል። ማለቴ እናቴ የመጀመሪያ ስሜን በአማርኛ "ኪዳኑ" ብላ ሰጠችኝ። እናቴ ይህ ማለት "መጨረሻችን፣ ልጅ በመውለድ የቀረን ወይም ያቆምነው ነገር፣ ቃዳዳችን" ማለት እንደሆነ ነገረችኝ።
ስለዚህ፣ ቤተሰቤ እኔን ጨምሮ 3 ወንዶች እና 2 ሴቶች አሉት። ግን እኔ ከእናቴ ማህፀን በመጨረሻው ቅጽበት የኖርኩት ከእነሱ አንዷ ነኝ። በዚህ ማለቴ በቤተሰቤ ውስጥ የመጨረሻውን እና ታናሹን ልጅ ማለቴ ነው።
እንደሚታወቀው፣ ቤተሰቡ ገጠር ወይም እርሻ ያለበት ልጅ፣ ሕልሞቹና ምኞቶቹ የሚያመለክቱት ከብቶችን ስለማሰማራት ብቻ ነው፣ እናም ምኞቶቹ ያለጥርጥር አንድ ናቸው።
"ትንሽ እንጨት ይወረውራሉ" አይደል? እኔ በቤተሰቤ ውስጥ የመጨረሻው ልጅ ነኝ፣ በቅንጦት ሕይወት ውስጥ ያደግኩ ሳይሆን፣ ሁሉም ወንድሞቼና እህቶቼ ለትምህርት ሲሉ በቤተሰቤ ውስጥ የተለያዩ ሥራዎችን ትተው በየቀኑ ጠዋትና ማታ ትምህርት ቤት ይሄዱ ነበር። ዝናብ፣ ጭቃ ወይም በረዶ ሳይል ከብቶችንና በጎችን በማሰማራት ቤተሰቤን መርዳት ጀመርኩ።
እዚያ እያለሁ ጓደኞቼ ወደ ትምህርት ቤት ሲሄዱና ሲመለሱ አየሁ፣ ልቤም መማር ፈለገ። ከቤተሰቤ ጋር ገባሁና "ወደ ትምህርት ቤት ፍቀዱልኝ" ስላቸው "ሰዓትህን ከእግሬ ጋር አስራለሁ"
== Walaloo ==
Jechoota gaggaarii [[Special:Contributions/~2026-95110-0|~2026-95110-0]] ([[User talk:~2026-95110-0|talk]]) 22:15, 28 Caamsaa 2026 (UTC)
9ch66mmv2g9174oho4jj6igp1pmhp4e
User:Filember alemu
2
7788
45649
36752
2026-05-04T16:26:59Z
~2026-95110-0
13643
45649
wikitext
text/x-wiki
walaloo
deemsa tabbaa suutumaan tiratu.
jecha gabaa obsumaan too'atu.
filember [[Alemu|Fileembar Alemu]]
g11ou92cmhw5iz40pbsrr631l5u03s7
Template talk:Databox
11
9957
45651
2026-05-05T11:13:35Z
MediaWiki message delivery
3125
/* Databox online survey - opportunity to share your thoughts about this Wikidata-powered Infobox */ new section
45651
wikitext
text/x-wiki
== Databox online survey - opportunity to share your thoughts about this Wikidata-powered Infobox ==
''I apologise for posting in English. Feel free to translate!''
Hello everyone, the ''Wikidata For Wikimedia Projects'' team worked on improving the Databox Template and Module earlier this year. We are now asking Wikimedians to answer a short survey about their experiences with Databox (a Wikidata-powered infobox for Wikipedia and other Wikimedia Projects), and would appreciate your input. The survey should take ''less than 10 minutes to answer.''
Here is a '''[https://wikimedia.sslsurvey.de/Databox_Survey_2026-Q2 link to the survey]'''
Here you can find '''[[m:Wikidata_For_Wikimedia_Projects/Projects/Databox|more information about the changes made to Databox.]]'''.
For any questions, please feel free to contact me on my [[m:User_talk:Danny_Benjafield_(WMDE)|meta user talk page]]. Thank you for your attention, [[m:User:Danny_Benjafield_(WMDE)|User:Danny Benjafield (WMDE)]] on behalf of the [[d:Wikidata_For_Wikimedia_Projects|Wikidata For Wikimedia Projects]] team.
p.s. If this is not the right place to post a message on this wiki, I apologise. Please move it to the appropriate page, and if possible, ping me so I can record it for future reference. Thank you! [[User:MediaWiki message delivery|MediaWiki message delivery]] ([[User talk:MediaWiki message delivery|dubbadhu]]) 11:13, 5 Caamsaa 2026 (UTC)
<!-- Message sent by User:Danny Benjafield (WMDE)@metawiki using the list at https://meta.wikimedia.org/w/index.php?title=User:Danny_Benjafield_(WMDE)/MassMessage_test_list&oldid=30504104 -->
tuze2ohi0t7qpvpw3fzg25xoc59b1ik