Wikipedia omwiki https://om.wikipedia.org/wiki/Fuula_Dura MediaWiki 1.47.0-wmf.6 first-letter Media Special Talk User User talk Wikipedia Wikipedia talk File File talk MediaWiki MediaWiki talk Template Template talk Help Help talk Category Category talk TimedText TimedText talk Module Module talk Event Event talk Meettaa Roobii 0 4726 45732 44218 2026-06-17T11:57:33Z Oromia Bayisa 14188 45732 wikitext text/x-wiki Aanan '''Meettaa Roobii''' aanolee naannoo [[Oromiyaa]] keessaa tokko yoo ta'u [[Shawaa Dhihaa|Godina Shawaa Dhihaa]] keessatti argama. Karaa kibbaa [[Ejeree|aanaa Ejereetin]], karaa kibba-lixaa [[Jaldu (aanaa)|aanaa Jalduutin]], karaa kaaba-dhihaa [[Gindabarat|aanaa Gindabaratiin]], karaa kaabaa [[Aanaa meettaa walQixxee|laga roobiin]], fi karaa bahaa [[Ada'aa Bargaa|aanaa Ada'aa Bargaatin]] daangeffamee argama.gootaa akka [[Garbii Bultoo,Walee Bultoo ]] kan qabdu yoo tahu gaarreen akka Tulluu qacamaa/gaara qillisaa/ ni qabdi.Magaalaa guddaan aanaa kanaa [[Shinoo]] akkasumas magaala Aanaa keessatti argaman Magaala Qaxqaxxoo,Magaala Golaa fi laga Roobii faa keesatti argamu. yeroo ammaa kanatti meettaan aanaalee lamati hiramtee argamti meettaa Roobi fi Meettaa Walqixee jechuudha, kana malees meettan Gootota akka Kabadaa Buzuunash, Talkuu Tasamaa... faa qabdi<ref group="maanguddoota Meettaa Gamaa">maanguddoota Meettaa Gamaa</ref> ==Wabii== {{Aanolee Shawaa Dhihaa}} p99771e9t0xbu9xev7ca8f9jyg8nwes